Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Beekkumsa biyya keessaa fi Duudhaalee araaraa dhaloota barsiisuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Beekkumsa biyya keessaa fi Duudhaalee araaraa barnoota ammaayyaa waliin qindeessuun dhaloota barsiisuun barbaachisaa ta’uu Komishiniin Araara fi…
Konfiransiin Teeleekoomii Idil Addunyaa Ityoophiyaa qofa osoo hin taane Afrikaa bakka bu’a jedhame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Qopheessummaa Ityoophiyaatiin Konfiransiin Teeleekoomii Idil addunyaa gaggeeffamu Ityoophiyaa qofa osoo hin taane kan bakka bu’u ta’uu ibsameera.…
Hojmaanni qulqullinaa fi amanamummaa oomishaaleen alaa galan itti mirkana’uu ifoome
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Hojmaanni qulqullinaa fi amanamummaa oomishaalee teeknooloojii soolaarii biyyoota alarraa galan itti mirkanaa’uu fi sadarkaa laatu ifoomuu ibsameera.…
FBCn Yuunvarsiitii Dirree Dawaa Waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 9.6 mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiin Korporeetiin ijaarsa Raadiyoo Hawaasaaf Yuunvarsiitii Dirree Dawaa Waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 9 fi kuma dhibba 6…
Waajjirri Caffee ergaa baga ayyaana Irreechaa bara 2014 geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Waajjirri Caffee Oromiyaa Ummata Oromoo biyya keessaafi ala jiraatan maraaf erga baga ayyaanaa Irreechaa Bara 2014 nagaan geessanii dabarseera.…
Naannoo Harariitti bu’aan filannoo Yeroo ifoome
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Bulchiinsa mootummaa Naannoo Harariitti bu’aan filannoo Yeroo ifoomuu ibsameera.
Naannichatti bu’aan filannoo biyyaalessaa marsaa…
Mootummaan Naannoo Uummattoota kibbaa haaraan guyyaa boruu hundeeffama
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Uummattoota kibbaa guyyaa boruu mootummaa haaraa kan hundeessu ta’uu waajjirri sabquunnamtii mana maree naannoo kibbaa beeksiseera.…
Irreechi Uummata Oromoo biratti carraa gaarii fi abdii egeereetin kabajama – Preezdaant…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Irreechii Uummata Oromoo biratti carraa gaarii fi abdii egeereetin kabajama jedhaniiru.…
Irreechi ayyaana jaalalaa fi nageenyaati akkasumas obbolummaa fi sabdaneessummaa gama cimsuutinis…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Irreechi ayyaana jaalalaa fi nageenyaati akkasumas Obbolummaa fi sabdaneessummaa gama cimsuutinis shoora guddaa qaba jedhan Kantiibaan magaalaa…
Komiishinichi irreechi Hora Finfinnee nagaan akka kabajamuuf qamoleen nageenyaa qophii xumuruu…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee guyyaa boruu kabajamu karaa nagaan akka kabajamuuf qamoleen nageenyaa qophii xumuruun gara hojiitti galuu komishiniin Poolisii…