Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumiin Balal marsaa 13ffaan mata duree ‘hundeeffama mootummaa haaraan ga’ee ijaarsa sirnaaf…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 13ffaan mata duree 'hundeeffama mootummaa haaraan ga’ee ijaarsa sirnaaf qabu' jedhurratti xiyyeeffatee gaggeeffamaa jira.
Marichi…
Tarkaanfiin Lammiileen alaa biyya gadhiisanii akka bahaniif fudhatame seera kabachiisuu fi warreen…
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Tarkaanfiin Lammiileen alaa biyya gadhiisanii akka bahaniif fudhatame seera kabachiisuu fi warreen biroofis barumsa kan ta’udha jedhan Dubbi Himaan…
Magaalaa Finfinneetti hojiin qulqullinaa bakka itti Irreechi kabajamu gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiin qulqullinaa bakka itti Irreechi kabajamu gaggeeffameera.
Hojiin qulqullinaa bakka Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu…
Filannoon marsaa 6ffaa naannoo Hararii karaa nagaan xumurame – Komishinii Poolisii naannoo…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo Hararii karaa nagaan xumuramuu Komishinii Poolisii naannoo Hararii beeksiise.
Filannoon marsaa 6ffaa sodaa…
Naannoo Somaaleetti naannolee Filannoo hundatti adeemsi sagalee laachuu xumurame – Burtukaan…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti naannolee Filannoo hundatti adeemsi sagalee laachuu xumuramu walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Burtukaan Miidhaksaan…
Adeemsi sagalee kennuu halkan keessaa hanga sa’aatii 2tti dheerate
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Naannolee Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamaa jirutti adeemsi sagalee kennuu halkan keessaa hanga sa’aatii 2tti kan dheerate ta’uu boordiin…
Manni Maree Naannoo Affaar muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Affaar yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen muudama kaabinootaa mirkaneesseera.
Haaluma kanaan:-
1.Obbo…
Lammiileen har’a filannoo diimokiraasii keenya guutuu taasisaan raawwataniiru-M/M Abiy
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad uummanni sababa garaagaraan Waxabajjii darbe sagalee isaa kennuu hin dandeenye jijjiiraa beellamaa boordiin filannoo…
Komishinichi guyyaa boruu sa’atii murtaa’eef hojii nageenyaatin walqabsiisee daandiiwwan cufaa ta’an…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Komishinii Poolisii magaalaa Finfinnee guyyaa boruu sa’atii murtaa’eef hojii nageenyaatin walqabsiisee daandiiwwan cufaa ta’an ifoomseera.
Komishinichi…
Komishiniin manneen amala sirreessaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz uffataa seeraa fi Asxaa haaraa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Komishinarri Komishinii manneen amala sirreessaa naannoo Beenishaanguul Gumuuz obbo Abiy Jaagooraa naannichaatti uffanni seeraa fi Asxaa haaraa ifoomuu…