Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Naannoo Sidaamaa muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen muudama kaabinootaa mirkaneesseera.
Haaluma…
Manneen Murtii Oromiyaa guyyaa boruu hojii idilee isaanii ni eegalu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Manneen Murtii Oromiyaa sababa boqonnaa Abbootii Seeraatiin baatii lamaaf gariin cufamanii turan guyyaa boruu hojii idilee kan eegalan ta’uu ibsameera.…
Aadde Asiyaa Kamaal Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Afaar ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Asiyaa Kamaal Af Yaa’ii Mana marichaa taasiisuun filateera.
Aadde…
Obbo Awwal Aarbaa Preezdaantii Naannoo Afaar ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Afaar Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun obbo Awwal Aarbaa Preezdaantii naannichaa taasiisuun filateera.
Obbo…
Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii hundeeffama mootummaa haaraa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa magaalaa Samaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi Preezdaantii naannichaa fi Af Yaa’ii…
Obbo Dammissee Dullachaa Preezdaantii Mana Murtii waliigalaa naannoo Sidaamaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen obbo Dammissee Dullachaa Preezdaantii Mana Murtii…
Aadde Daagmaawiit waldaa geejjiba qilleensarraa idil addunyaatti itti aanaan preezdaantii Afrikaa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Geejjiba aadde Daagimaawiit Mogas waldaa geejjiba qilleensarraa idil addunyaatti itti aanaan preezdaantii Afrikaa fi naannoo…
Irreechi Malkaa Hora Amboo Waggoota 70 booda saaqame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Irreechi malkaa Hora Amboo waggoota 70 darbaniif cufamee ture saaqamuu ibsameera.
Sirna saaqiinsaa isaa irratti Abbootiin Gadaa,…
Ajajaa Olaanaan Humna Lafarraa Raayyaa Ittisaa Leetanaal Jeneraal Asraat Deenneeroon ooyiruu qonnaan…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Ajajaa Olaanaan Humna Lafarraa Raayyaa Ittisaa Leetenaal Jeeneraal Asraat Deenneeroon godina Matakkalitti ooyiruu qonnaan Bultootaa Aanaa…
Bareedduun Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta’uun turizimii Oromiyaa ni…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Turizimii addunyaa beeksuuf bareedduun Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta'uun turizimii Oromiyaa ni beeksisti jedhameera.
Komishiniin…