Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bareedduun Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta’uun turizimii Oromiyaa ni…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Turizimii addunyaa beeksuuf bareedduun Oromiyaa bara 2014 filatamtu (Face of Oromia) ta'uun turizimii Oromiyaa ni beeksisti jedhameera.
Komishiniin…
Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa muudamoota garaagaraa raggaasiseera.
Haaluma kanaan obbo Girmaa Yeshiixilaa itti gaafatamaa…
Sirni sagalee laachuu naannolee sadinii karaa nagaan gaggeeffamaa jira- Burtukaan Miidhaksaa
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Sirni sagalee laachuu Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo Harar, Somaalee fi Kibbatti karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu walitti…
Fedhii ummataa guutuuf ni hojjenna – Obbo Dassitaa Leeddamoo
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Qabeenya qabnu sirnaan fayyadamuun fedhii ummataa guutuuf ni hojjenna jedhan Preezdaantii Naannoo Sidaamaa ta’uun irra deebiin kan filataman obbo…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiya duula deeggarsa namoomaa walitti qabuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa duula deeggarsa namoomaa ariifachiisaa walitti qabuu eegaluu ibsameera.
Yaa’ichi rakkoo Ityoophiyaa…
Manni Maree Naannoo Amaaraa muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudama kaabinootaa haaraa mirkaneesseera.…
Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannoo Sidaamaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannichaa taasiisuun…
Obbo Umaad Ujuluu Preezdaantii naannoo Gaambeellaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeesssaa jiruun Obbo Umaad Ujuluu Preezdaantii naannichaa taasiisuun filateera.…
Tajaajilli 4G naannoo hidha haaromsaatti eegale
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Riijiniin Lixaa Ityoo Teelekoom tajaajila 4G naannoo hidha haaromsaatti eegalchiisuu ibsameera.
Tajaajilicha hoji gaggeessituun Ityoo Teelekoom Aadde…
Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni Irreechaa marii paanaalii fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaawwan magaalaa garaagaraa keessatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaalii fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jiraachuu ibsameera.…