Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni Irreechaa marii paanaalii fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaawwan magaalaa garaagaraa keessatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaalii fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jiraachuu ibsameera.…
Aadde Baanchaayehu Diingataa Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Gaambeellaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeesssaa jiruun Aadde Baanchaayehu Diingataa Af Yaa’ii naannichaa taasiisuun filateera.…
Jilli Obbo Dammaqaan durfamu walga’ii DhMG 76ffaa irratti hirmaate ministeerota dhimma Alaa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Jilli Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamuun walgahii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan Miseensonni mana marichaa haaraan Filannoo…
Aadde Faantayyee Kabbadaa Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Sidaamaa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faantayyee Kabbadaa Af Yaa’ii mana manee naannichaa…
Obbo Adam Faaraah naannoo Somaalee godina Sitii aanaa Shinilleetti argamuun sagalee laatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)-Af-Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faaraah naannoo Somaalee godina Sitii aanaa Shinillee Magaalaa Shinilleetti argamuun sagalee laataniru.…
Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Preezdaantii naannoo Amaaraa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20. 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa Preezdaantii naannichaa…
Afrikaatti naannawaa daldala bilisaa cimsuun barbaachisaadha- Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Fulbaana 20. 2014 (FBC)- Afrikaatti naannawaa daldala bilisaa cimsuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee ibsaniiru.
Preezdaant Saahilawarq walgahii…
Filannoon karaa nagaan gaggeeffamaa jira -Koomishinii Poolisii naannoo Hararii
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo Harariitti gaggeeffamaa jiru karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu Komishinii Poolisii naannoo Hararii…
Aadde Faantuu Tasfayee Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Amaaraa ta’uun filataman
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faantuu Tasfaayee Af Yaa’ii mana maree naannichaa…