Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Miseensonni Mana Marichaa Filannoo biyyaalessaa…
Mootummaa haaraan naannoo Amaaraa har’a ni hundeeffama
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Naannoon Amaaraa filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan sagalee mootummaa haaraa hundeessuu isa dandeessisu argateera.
Haaluma kanaan, guyyaa har’aa…
Godina Kafaatti Filannoo Biyyaalessaa fi murtoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf sagaleen laatamaa…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Godina Kafaa naannoo Filannoo Biixxaa Geeshaatti Filannoo Biyyaalessaa marsaa 66ffaa fi murtoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf sagaleen…
Qaamolee Filannoorratti hirmaataan hundaaf guyyaa filannoo gaariin hawwa-Aadde Birtukaan Midhaaksa
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Qaamolee Filannoorratti hirmaataan hundaaf guyyaa filannoo gaariin hawwaa jedhan walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyoolessaa Aadde Birtukaan Midhaaksaa.…
Naannoo Uummattoota Kibbaa bakkeewwan garaagaraatti uummanni sagalee isaa kennaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo kibbaatti gaggeeffamaa jiruun ummanni buufataalee garaagaraatti argamuun sagalee isaa kennaa jiraachuu…
Obbo Muusxafeen Sagalee isaanii laatan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammad Filannoo marsaa 6ffaa naannoo Somaaleetti gaggeeffamaa jiruun magaalaa…
Magaalaa Jigjigaatti Uummanni Sagalee isaa kennaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Naannolee filannoo Magaalaa Jigjigaa keessatti argamanitti Uummanni hiriiraan ba’ee Sagalee laachaa jiraachuu ibsameera.
Uummanni haala tasgabbii…
Naannoo Harariitti filannoo boru gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti filannoo biyyaalessaa guyyaa boruu gaggeeffamuuf buufataalee filannootti qophiin xumuramuu qindeessitoonni buufataalee beeksiisan.…
Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaaliin kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaaliin kabajamaa jiraachuu ibsameera.
Irreechaan Ayyaana ummanni Oromoo…
Naannoleen sababa rakkoo nageenyaan filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa osoo hin gaggeessina hafan…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa sababa rakkoo nageenyaa fi dhimmoota hawwaasummaan filannoon osoo hin gaggeeffamin hafe naannolee Saditti guyyaa boruu…