Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Harbii Buhii Warsimee itti aanaa Kaantiba magaalaa Dirree Dawaa ta’uun muudamaniiru
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeesseen Obbo Harbii Buhii Warsimee itti aanaa…
Aadde Muufariyaat Kamiil dhaabbilee raabsaa fi dhiyeessa deeggarsa namoomaa Idil addunyaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Muufariyaat Kamiil adeemsa raabsaa deeggarsa namoomaa kutaalee kaaba Ityoophiyaa irratti dhaabbilee raabsaa fi…
Obbo Kadir Jawaar Ibraahiim Kaantibaa magaalaa Dirree Dawaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun obbo Kadir Jawaar Ibraahiim Kaantibaa…
Aadde Fatiyaa Adam Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa Dirree Dawaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Fatiyaa Adam Af…
Magaalaa Naqamteetti daa’imman harka qalleeyyii kuma 6 oliif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Waajjirri Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Magaalichaa hojii tajaajila lamummaatiin daa'imman harka qalleeyyii kuma 6 fi…
Godina Arsii Lixaatti Ayyaana Irreechaa kabajamu milkeessuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Godina Arsii Lixaa Ayyaana Irreechaa sababeeffachun agarsiisa baazaarii fi egzibiishinii akkaataa irreeffannaa…
Injifannoo galmaa’aa jiruuf abbaan Ummata Ityoophiyaati –Birgaadeer Jeneraal Alamuu Ayyane
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Injifannoo galmaa’aa jiruuf abbaan Ummata Ityoophiyaa ta’uu Itti aanaa Ajejaan Ajeja Kibbaa Birgaadeer Jeneraal Alamuu Ayyane ibsaniiru.…
Matakkalitti sababa rakkoo nageenyaan manneen barnootaa 194 irratti miidhaan qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Naannoo Bulchiinsa Beenishaangul Gumuz godina Matakkalitti sababa rakkoo nageenyaan manneen barnootaa 194 irratti miidhaan qaqqabuu isaa…
Injiinar Sannaayit Daamxoo addunyaa kanarraa du’aan boqatan
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) – Hoggansa Mootummaan iddoolee garaagaraatti tajaajilaa kan turan Injiinar Sannaayit Daamxoo addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru.…
Ministeerichi qophii baruu fi barsiisuu bara 2014f dhaabbilee deeggartootarraa deeggarsa argate
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Ministeerri Barnootaa qophii baruu fi barsiisuu bara 2014f dhaabbilee deeggartootarraa deeggarsa argachuu ibsameera.
Deeggarsi taasifame…