Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ayyaana Irreechaatti of eeggannoo Covid -19 taasiifamu ilaalchisee qooda…
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Biiroon Fayyaa Oromiyaa kabaja ayyaana Irreechaa sababeeffachuun of eeggannoo Covid-19 irratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera.…
Kabaja Ayyaana Irreechaa ilaalchisee Finfinneetti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Kabaja Ayyaana Irreechaa ilaalchisee hoggantoonni mootummaa, Abbootiin Gadaa, Hadholiin Siinqee fi jaarsoliin biyyaa magaalaa Finfinneetti…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Appilikeeshinoota diijitaala hojimaata saffisiisan ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Appilikeeshiniiota Diijitaala hojimaata saffisiisuu danda’an afur ifoomsuu ibsameera.
Appilikeeshinoonni…
Manni Maree bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 48ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 48ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Yaa’ichaan miseensotaa fi…
Uummanni Oromoo Nageenyummaa kabaja Ayyaana Irreechaaf ga’ee isaa ba’achuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) – Ayyaana Irreechaa Qormaata Hedduun marfamnee Kabajamuuf jiru eenyuyyuu caalaa Uummanni Oromoo nageenyummaa isaaf ga’ee irraa eegamu ba’achuu qaba…
Manni Maree Gaambeellaa Yaa’ii xumuraa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Manni Maree bulchiinsa mootummaa naannoo Gaambeellaa Yaa’ii xumuraa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa Yaa’ii…
Koreen Qindeessa giddugala yeroo ariifachiisaa Biyyaalessaa gamaaggama raawwii hojii gaggeesse
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Koreen Ministirootaa Qindeessa giddugala yeroo ariifachiisaa gabaasa raawwii hojii torbee Naannoo Amaaraa fi Afaar dhiyaate…
Mariin Addis Wag gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Mariin Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Mariin Addis Wag, dhimma Tokkoo, mata duree ‘Afuura haaraan…
Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii xumuraa marsaa 5ffaa waggaa 7ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) - Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii xumuraa marsaa 5ffaa waggaa 7ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi dhimmoota ijoo galmoota baajataa, baajata…
Fooyya’iinsi diinagdee biyya keessaa Ityoophiyaan eegalte gara Badhaadhinaatti kan…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Fooyya'iinsi diinagdee biyya keessaa Ityoophiyaan eegalte gara Badhaadhinaatti kan fudhatu ta'uun Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zaahoo…