Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Faawundeeshiniin Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa hundaa’e
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Gumaacha Ogummaa isaanii dhaloota dhufuuf dabsrsuuf Faawundeeshiniin Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa hundaa'eera.
Sirna hundeeffamichaarraatti…
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa boru mootummaa haaraa ni hundeessa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa gaaffii bu'uuraalee misoomaa ummataa fi bulchiinsa gaarii haal deebisuu danda'uun boru caasaa mootummaa haaraa kan…
Paartii Badhaadhinaa ala miseensoa paartilee siyaasaa biroo 2f muudamni laatame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) –Manni Maree magaalaa Finfinnee Paartii Badhaadhinaa ala miseensota paartii siyaasaa biroo 2f muudama laateera.
Obbo Girmaa Seefuu Hogganaa Komishinii…
Manni Maree magaalaa Finfinnee Muudama Kaabinee magaalichaa mirkaneesse
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa Finfinnee muudama Kaabinee Magaalichaa raggaasiiseera.
1. Dooktar Qana’aa Yaadataa hogganaa Biiroo…
Filannoo nagaa qabeessa gaggeessuuf qophiin xumurameera- Mootummaa Naannoo Hararii
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa naannoo Hararii filannoo nagaa qabeessa gaggeessuuf qophii xumuruu beeksiseera.
Naannichatti filannoo nagaa…
Dhaabbileen deeggartootaa Idil addunyaa deeggarsa dhiyeessuuf sababa fudhatama hin qabne dhiyeessu…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Dhaabbileen deeggartootaa Idil addunyaa tokko tokko deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf sababa fudhatama hin qabne kan dhiyeessan ta’uu…
Weerarri Vaayrasii Koroonaa gara naannoleetti Saffisaan babal’achaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Weerarri Vaayrasii Koroonaa gara naannoleetti saffisa guddaan babal’achaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Deeggarsa Ummata Sudaaniif qabnu onnee guutuun ni mirkaneessina – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Deeggarsa Ummata Sudaaniif qabnu onnee guutuun ni mirkaneessina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Gaanfa Afrikaatti Ce’umsa Sudaanii…
Koolleejjiin Poolii Teeknikaa Meejar Jeneraal Mulugeetaa Bulii Guddina Sadakaa kenne
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Poolii Teeknikaa Meejar Jeneraal Mulugeetaa Bulii miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii olaanaa galmeesisanii fi yeroo turtii…
Barruuleen haasawaa fi ergaawwan Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad “Bitootessaa hanga Bitootessaa”…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Seekreetariyaat Preesiin Waajjira Muummee Ministeeraa barruulee haasawaa fi ergaawwan Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad waltajjiiwwan…