Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barruuleen haasawaa fi ergaawwan Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad “Bitootessaa hanga Bitootessaa”…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Seekreetariyaat Preesiin Waajjira Muummee Ministeeraa barruulee haasawaa fi ergaawwan Muummee Ministeeraa Abiy Ahimad waltajjiiwwan…
Bara 2014tti sirni kaffaltti barnootaa “bara barnootaa tokkoof kaffalttii Ji’a kudhanii” jedhu itti…
Finfinnee,Fulbaana 18, 2014 ( FBC)- Manneen barnootaa magaalaa Finfinnee hundaa keessatti kaffalttiin barnootaa barattoota idilee bara barnootaa 2014tti adeemsa duraan kan ji’a 10…
Akka Biyyaatti hanqinni oomishaa hin mudatu- Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 ( FBC)- Garee shororkeessaa ABUT’iin Ityoophiyaatti bakkeewwan muraasatti hojiileen qonnaa haalaan hojjetamuu baatanis akka Biyyaatti hanqinni…
Hojmaata hunda hirmaachise hojiirra oolchina – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee hojmaata hunda hirmaachise hojiirra kan oolchan ta’uu ibsaniiru.
Hojmaata iftoominaa fi…
Aadde Adaanach Abeebee Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Adaanach Abeebee Kaantibaa magaalaa Finfinnee…
Aadde Faayizaa Mahaammad Itti aantuu Af Yaa’ii magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Faayizaa Mahaammad Itti aantuu Af Yaa’ii magaalaa…
Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Buzeenaa Alqaadir Alii Af Yaa’ii Mana Maree magaalaa…
Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree Magaalaa Finfinnee gaggeesse
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffameera.
Yaa’iin kun muudamootaa fi Kaabinee haaraa moggaaseera .…
Dooktar Liyaan Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagar waliin mari’atan
Finfinnee,Fulbaana 18, 2014 ( FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagarii fi hooggantoota…
Pool Kaagaameen Arseenaal kilaba Tootinhaam moo’achuusaatti gammachuu qaban ibsan
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen Arseenaal kilaba Tootinhaam 3 fi 1n injifachuu isaatti gammachuu qaban ibsaniiru.
Kilabichaa fi hogganaa isaa,…