Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti boru mootummaan haaraan ni hundaa’a
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti boru mootummaan haaraa kan hundaa'u ta'uu ibsa eera.
Bulchiinsi magaalichaa boru mootummaa haaraa kan hundeessu ta'uu…
Dorgommi xumuraa Faanaa Laamirootin Ahimad Huseen (Maanjuus) tokkoffaa ba’uun baadhafamaa Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Dorgommi xumuraa dorgaa dorgee Faanaa Laamirootin Ahimad Huseen (Maanjuus) tokkoffaa ba’uun baadhafamaa Birrii miiliyoona 1 ta’eera.
Yoonaataan…
Juuntaa lafa biyyakoorra osoon hin qulqulleessin eessayyu hin deemuu-Kurnaala Gabiynaash Dabaalqee
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT duteetti jedhe odeeffaannoo sobaarratti tamsaasaa kan ture itti aantuun kurnaala Gabiynaash Dabaalqee imala kiyyaa hin xumurree…
Naannoon Affaar Fulbaana 20 mootummaa ni hundeessa
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Naannoon Affaar Fulbaana 20 Mootummaa akka hundeessu Af Yaa’iin mana maree naannichaa Amiinaa Seekoon ibsaniiru.
Yaa’iin bara haara jalqaaba 6ffaanis…
Waliigalteen carra hojii uumuu baqattootaa fi lammiilee baqattummaarra deebi’aan fayyadamoo taasisuu…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Komishiniin Carraa Hojii Uumuu Federaalaa fi Ejensiin dhimma baqattootaa fi lammiilee baqattummaarra gara biyyatti deebi’anii waliin ta’uun damee hojii…
Balaan buufata xiyyaaraa Jimmaarra qaqqabee hin jiru-Obbo Kaasahuun Goofee
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Balaan buufata xiyyaaraa Jimmaarra qaqqabee kan jirree ta’uu Ministir deettaan Ministeerri Geejjiba obbo Kaasahuun Goofeen ibsaniiru.
Obbo Kaasahuun,…
Miseensonni Milishaa Godina Matakkalitti leenji’aa turan eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Miseensonni Milishaa Godina Matakkalitti leenji’aa turan eebbifamaniiru.
Itti aanaa ajaja kutaa waraanaa naannichatti argamu K/L Malkaamuu Bayyanaa,…
Dorgommiin dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot Birrii miiliyoona 1argamsiisuu har’a ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Dorgommiin dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot Birrii miiliyoona 1argamsiisuu har’a ni gaggeeffamaa,
Dorgimmichi televiizhinii Faanaatiin torbaan torbaanii…
Ayyaanni Masqalaa guutuu Ityoophiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Ayyaanni Masqalaa guutuu Ityoophiyaatti sirnoota garagaraatin kabajamaa jira.
Ityoophiyaatti Haftee hambaa Dhaabbata Bartootaa, Saayinsii fi Aadaa…
Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisaniif sadarkaan guddinaa…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisanii fi turtii isaanii xumuraniif sadarkaan guddinaa kennameera.
Sirna keenninsa…