Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisaniif sadarkaan guddinaa…
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Miseensota Humna Qilleensa Ityoophiyaa raawwii hojii gaarii galmeessisanii fi turtii isaanii xumuraniif sadarkaan guddinaa kennameera.
Sirna keenninsa…
Kabajni Ayyaana Daamaaraa karaa nagaan xumurame – Komishinii Poolisii Finfinnee
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) - Ayyaanni Daamaaraa Magaalaa Finfinneetti kabajame karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Magaalichaa beeksiiseera.
Sagantichi akka milkaa'u…
MM Abiy Ahimad qaamolee Ayyaanni Daamaraa karaa nagaan akka kabajamu gumaacha taasiisan…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad qaamolee Ayyaanni Daamaraa karaa nagaan akka kabajamu gumaacha taasiisan galateeffataniiru.
Muummeen Ministiraa…
Ityoophiyaa jaallanuuf jennee jabaannee hojjechuutu nurra jira- Dooktar Hiruut Kaasahu
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa jaallanuuf jennee jabaannee hojjechuutu nurra jira jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasahu.
Ayyaanota akka…
Magaalaa Dambi Doollootti ayyaanni Daamaraa kabajama jira
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Godina Qellem Wallagga magaalaa Dambi Doollootti ayyaanni Daamaraa kabajama jira.
Ayyaanichi hordoftoota amantaa kiristaana biratti haala addaan kan…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Alaa Hindi Subiraahimaan Jaayishaankaar waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministir Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Ministeera Alaa Hindi Subiraahimaan Jaayishaankaar…
Hawaasni weerara Vaayrasii Koroonaa Ittisuuf ofeeggannoo barbaachisaa taasisuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Hawaasni wayita Ayyaana Masqalaa kabaju weerara Vaayrasii Koroonaa Ittisuuf of-eeggannoo barbaachisaa taasisuu akka qabu ibsameera.
Afrii Invast Biiroo…
Dhugaan Ityoophiyaa akkuma Masqala iddoo itti dhokfamee ni ba’a- Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hordoftoota amantaa kiristaanaatin baga ayyaana Daamaraatin isin ga’ee jedhaniiru.…
Masqalli nageenya kan itti buusnudha-Abuna Maatiyaas
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Qulqulluu Abuna Maatiyaas hordooftoota amantaa kiristaanaatiin baga ayyaana damaraatin isiin ga’e jedhaniiru.…
Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Naannichi ergaa isaatiin birmadummaa biyyaa kabachiisuuf…