Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Hararii Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Naannichi ergaa isaatiin birmadummaa biyyaa kabachiisuuf…
Preezdant Shimallis miseensoota poolisii adda waraanaatti miidhamanii Kaampii Poolisii Humna Addaa…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa miseensoota poolisii adda waraanaatti miidhamanii Kaampii Poolisii Humna Addaa Oromiyaa…
Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummta duraanii Obbo Addaamuu Ayyaanaa boqatan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa duraanii Obbo Addaamuu Ayyaanaa Gosaa dhukkuba irra buleen addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru.
Obbo…
Ayyaanni Daamaraa magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyattitti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Ayyaanni Daamaraa magaalaa Finfinnee dabalatee guutuu biyyatti tti kabajamaa jira.
Ayyanichi magaalaa Finfinneetti addabaabaayii Masqalaatti kabajamaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee Paarkii Indaastirii Kombolchaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdaant FDRI Saahilawarq Zawdee Paarkii Indaastirii Kombolchaa Daawwataniiru.
Preezdaant Saahilawarq paarkichatti sochii hojiilee warshaalee…
Preezdaant Shimallis Abdiisaa Miseensota Poolisii adda waraanaatti miidhaman daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Hospitaala Riiferaala Poolisii Federaalaatti argamuun Miseensota Poolisii adda…
Ayyaanni Masqalaa sababeeffahuu Miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessaniif…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)-Iizii Bahaatti qajeelcha olaanaa Miseensota Raayyaa Ittisaa raawwii hojii gaarii galmeessanii fi yeroo turtii isaanii kan uwwisaniif guddinni sadarkaa…
Magaalaa Jimmaatti leenjitoonni tola ooltota biyyoolessaa duula qulqullinaa gaggeessan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Ministeera Nageenyaatti leenjitoonni tola ooltota Biyyoolessaa Magaalaa Jimmaatti Ayyaana Damaraa fi Masqalaa sababeeffachuun duula qulqullinaa…
Balaa tiraafikaa aanaa Ejersa Lafootti qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaa Ejersa Lafootti balaa tiraafikaa aanaa Ejersaa Lafootti mudateen lubbuun namoota 8 darbu poolisiin beeksiseera.
Saajiin…
Maaraatoonii Dubartootaa Jarmanitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Gootiitoom Injifatte
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Maaraatoonii Dubartootaa Jarmanitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Gootiitoom Gabrasillaasee tokkoffaa bahuun Injifattee jirti.
Dorgommichaan Hiwoot…