Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Ayyaana Ifa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) -Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Ayyaana Ifa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Aadde Adaanach…
Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Ifa Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) -'Ayyaanni Masqalaa Oromoodhaaf bacaqii gannaarraa gara booqaa birraatti bari’uusaa, dukkana irraa gara ifaatti bahuu isaa kan itti ibsatuudha' jedhan…
Obbo Dammaqaan Itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Itta Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa Reebeekaa Gaaraaang…
Obbo Gaazaalii Abbaasiimal Preezdaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Obbo Gaazaalii Abbaasiimal Preezdaantii, Obbo Guyyoo Waariyoo ammoo Itti aanaa Preezdaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa taasiisuun…
Miseensota Raayyaa Ittisaa Raawwii hojii olaanaa galmeessaniif guddinni sadarkaa laatame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Gamtaa Raayyaa Ittisaatti Qajeelchi olaanaa hoggansa qabeenya humna namaa miseensota Raayyaa Ittisaa yeroo tajaajila isaanii uwwisaanii fi Raawwii hojii…
MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii Ayyaana Ifa Masqalaa dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii Ayyaana Ifa Masqalaa dabarsaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummata biyyattii…
Dooktar Liyaa Taaddasaa Maayixabiriitti dhaabbilee Fayyaa barbadaa’an daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Maayixabiriitti dhaabbilee Fayyaa gareen shororkeessaa ABUT barbadeesse daawwataniiru.…
Obbo Awwaluu Abdii Itti aanaa Preezdaantii naannoo Oromiyaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen Awwal Abdii itti aanaa Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa…
Aadde Sa’aadaa Abduramaan Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii caffee 6ffaa gaggeesseen Aadde Sa’aad Abduramaan Af Yaa'ii Caffee mootummaa naannoo Oromiyaa…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa caffee 6ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa Yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa'ii kanaan Af Yaa'iin Caffee mootummaa…