Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giiftaan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Walaayittaa Giiftaan magaalaa Sooddootti kabajamaa jiraachuu ibsameera.
Ayyaannichi…
Yuunvarsiitin Wallaggaa barattoota barnootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 788 eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 788 digirii jalqabaa fi digiri 3ffaan eebbisiiseera.…
Miseensonni Caffee bara hojii isaanii xumuran gaggeeffaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Miseensota Caffee Oromiyaa mana maree 5ffaa waggaa 1ffaa hanga waggaa 4ffaatti tajaajila turaniif gaggeessan taasiifameera.
Qindeessitoota…
Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 ni hundaa’a
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 kan hundaa’u ta’uu Af Yaa’ii Mana Maree magaalichaa Aadde Zarfeshawaal…
Caffeen Oromiyaa wixinee labsii gurmaa’insa caffee raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun wixinee labsii gurmaa’ina caffee…
Caffeen wixinee labsiiwwan garaagaraa raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun wixinee labsii garaagaraa dhiyaate…
Aadde Adaanach manneen jireenyaa haaromsaan jiraattootaaf dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee manneen haaroomsaman 9 jiraattootaaf dabarsaniiru.
Manneen kunneen Hojii…
Harargee Lixaatti dargaggoonni kumni 2 fi 329 Marsaa 3ffaaf Raayyaa Ittisaatti makaman
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Marsaa 3ffaaf dargaggoonni kumni 2 fi 329 Raayyaa Ittisaa Biyyaatti makamaniiru.
Dargaggoonni Godina Harargee Lixaa…
Obbo Dammaqaan Antooniyoo Guutareez waliin marai’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Dhaammata Mootummoota Gamtoomanii…
Barri kun bara abbaa biyyummaa caalmaatti itti mirkanaa’eedha – Aadde Loomii Badhoo
Finfinnee, Fulbaana 15,2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii mana maree 6ffaa gaggeessaa jira.
Af Yaa'iin Caffee…