Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbootiin amantaa fi dargaggoonni Addabaabayii Masqalaa qulqulleessan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Ejansiin Bulchiinsa balfa gogaa magaalaa Finfinnee Yaa'ii dhaabbilee amantaa waliin ta'uu kabaja Ayyaana Daamaraaf Addabaabayii Masqalaa…
Mootummaan haaraan hundaa’uu nageenyaa fi Tasgabbiif xiyyeeffannoo addaa laachuu akka qabu…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Mootummaan haaraan hundaa'uu nageenyaa fi Tasgabbiif xiyyeeffannoo addaa laachuu akka qabu abbootiin amantaalee dubbatan.
Abbootiin Gadaa fi abbootiin…
Kabajni Ayyaana Irreechaa, Daamaraa fi hundeeffamni mootummaa rakkoo nageenyaa malee akka…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Kabajni Ayyaana Irreechaa, Daamaraa fi hundeeffamni mootummaa rakkoo nageenyaa malee akka gaggeeffamu qophiin barbaachisu taasiifamuu Komishiniin…
Biyyoonni Afrikaa Imaammata haala qabatamaa ummata waliin wal simu hordofuu qabu jedhame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Biyyoonni Afrikaa filannoo Imaammata haala qabatamaa ummata waliin wal simu hordofuu akka qaban Siiminaara Paartilee Siyaasaa Afrikaa 4ffaa Koministiin…
Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamee guguramuuf ture…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Torban tokko keessatti Barbarree fi Shiroon kuntaalli 30 wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makamuun gurgurtaaf dhiyaachuuf ture to’atamuu ibsameera.…
Aadde Mufariyaat Kamiil ergamaa Addaa Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil jila ergamaa Addaa Ingiliiz Miisteer Niik Daayeeriin durfamu waliin dhimmoota waqtaawaarratti…
Magaalaa Shashamanneetti manneen jireenyaa harka qalleeyyiif tola ooltummaan ijaarraman dabarfaman
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannetti tajaajila hojii lammummaa ji'oota darban manneen jireenyaa 18 xumuramuun harka qalleeyyiif dabarfamuu Bulchiinsi…
Keessummoota Ayyaana Daamaraa fi Irreechaa kabajuuf gara magaalaa Finfinnee dhufan Hoteeloonni…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Keessummoota Ayyaana Daamaraa fi Irreechaa kabajuuf gara magaalaa Finfinnee dhufan Hoteeloonni sirnaan keessummeessuu akka qaban Waldaan…
Ambaasaaddar Tafarii Mallasaa Paarlaamaa Ingiliziitti dura taa’aa garee dhimma Ityoophiyaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Ambaasaaddari Tafarii Mallasaa miseensa paarlamaa Ingilizii fi Paarlaamichatti dura taa’aa garee dhimma Ityoophiyaa Laawurans Roobartisan…
Naannoleen Ityoophiyaa hedduun torbee dhufu mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Bulchiinsi Naannolee Ityoophiyaa hedduun torbee dhufu mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsameera.
Bulchiinsi mootummaa naannoo…