Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Tafarii Mallasaa Paarlaamaa Ingiliziitti dura taa’aa garee dhimma Ityoophiyaa waliin…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Ambaasaaddari Tafarii Mallasaa miseensa paarlamaa Ingilizii fi Paarlaamichatti dura taa’aa garee dhimma Ityoophiyaa Laawurans Roobartisan…
Naannoleen Ityoophiyaa hedduun torbee dhufu mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Bulchiinsi Naannolee Ityoophiyaa hedduun torbee dhufu mootummaa haaraa kan hundeessan ta’uu ibsameera.
Bulchiinsi mootummaa naannoo…
Giddugalichi akaakuu sanyii filatamaa hektaaratti callaa kuntaala 35 laachuu danda’u qonnaan…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Giddugalli qorannoo Qonnaa Awaash Malkaa Sa’aa akaakuu sanyii filatamaa midhaaan callaa hektaaratti oomisha kuntaala 35 laachuu danda’u qonnaan…
Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz horii qalmaa 284 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz horii qalmaa 284 fi galaa kuntaala 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasisuu ibsameera.
Deeggarsa…
MM Abiy Ahimad hojjettoota Ministeera Dhimma Alaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojjettoota Ministeera Dhimma Alaa waliin mari’ataniiru.
Ityoophiyaa badhaate ijaaruuf waggootan sadan…
Ergaan duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ marsaa duraan qophaa’e ergame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Ergaan duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ marsaa duraan qophaa’e ergamuu ibsameera.
Poostichi gama DHL ergamuu eerameera.…
Obbo Taaggasaa Caafoo gita isaanii Sudaan Kibbaaf erga hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uumataa Obbo Taaggasaa Caafoo gita
isaanii Sudaan Kibbaa haara muudamaniif erga hawwii gaarii dabarsaniiru.…
Guyyaan Tuurizimii addunyaa magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)-Guyyaan Tuurizimii Addunyaa 34ffaaf qophiiwwan garagaraatin naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti kabajamaa jira.
Qophiichi guyyoota lamaaf ni tura…
Ayyaana Daamaraafis ta’ee sababa addaan Richiitii dhukaasuun dhorkaadha – Poolisii
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Ayyaana Daamaraafis ta’ee sababa addaan Richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Ayyaanoota…
Dhaabbanni “namoota namootaaf” jedhamu deeggarsa Birrii miiliyoona 12tti tilmamamuu taasise
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Dhaabbanni “namoota namootaaf'' jedhamu deeggarsa namoota qe’ee fi qabeenya isaaniirraa gocha badii garee shororkeessaa ABUT’iin buqqa’aniif deeggarsa…