Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni “namoota namootaaf” jedhamu deeggarsa Birrii miiliyoona 12tti tilmamamuu taasise
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Dhaabbanni “namoota namootaaf'' jedhamu deeggarsa namoota qe’ee fi qabeenya isaaniirraa gocha badii garee shororkeessaa ABUT’iin buqqa’aniif deeggarsa…
Dargaggoota Beenishaangul Gumuz irraa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Dargaggoota marsaa 2ffaaf naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Asoosaa fi aanaa addaa Maa’oo fi Koomoo irraa Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan…
Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Daamaraa sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Daamaraa sababeeffachuun naannoo mana amantaa Kiristiyaanaa Isxifaanoosiitti duulli qulqullinaa gaggeeffameera.…
Lammiilee buqqa’an deebisanii dhaabuu fi bu’uuraalee misoomaa barbadaa’e…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota…
Aanaalee ollaa naannoo Afaarii fi Amaaraatti hoomaan Awwannisaa muudate
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) - Hoomaan Awwannisaa aanaalee naannoo Afaar keessatti muul'achuu ibsameera.
Rakkicha furuuf Baatii Adoolessaa eegalee koreen naannichatti hundaa'e…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa deeggarsa damichaaf taasiseen dinqisiifannaa argate
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Waldaan geejjiba qilleensaa Idil-addunyaa deeggarsa daandiin qilleensa Ityoophiyaa damichaaf taasise kan dinqisiifatamu ta’uu ibseera.
Waldichi yeroo…
Ityoophiyaa fi uummattoota nu filataan amanamuummaan tajaajiluuf qophiidha- Miseensoota MMBU haara…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa fi uummattoota isaan filataan amanamuummaan tajaajiluuf qophii ta’uu miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa 6ffaa filataman ibsan.…
Komiishinar Fitsuum Asaffaa yaa’ii waliigala DhMG cinaatti waltajjii gaggeeffameerratti hirmaatan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)-Komiishinarri Komishinii Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaa Ameerikaa Niwuu Workitti gaggeeffama kan jiru yaa’ii waliigala 76ffaa Dhaabbata…
Gamoon Waajjira Bulchiinsaa Godina Shawaa Lixaa Birrii miiliyoona 27 oliin ijaarame xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Gamoon Waajjira Bulchiinsaa Godina Shawaa Lixaa Birrii Miiliyoona 27 oliin ijaarame xumuramuun bakka hooggantoonni olaanoo Naannoo fi godinaa argamanitti…
Obbo Dammaqaa Mokonniin hogganaa olaanaa UNDP Ashiim Staaynaar waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin hogganaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…