Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dubartoonni Ministiroota lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aan daawwachuunf magaalaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 (FBC)- Dubartoonni Ministiroota lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aan daawwachuuf magaalaa Kombolchaa galaniiru.
Dubartoonni kunneen garee…
Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii bu’uuraalee misoomaa gareen shororkeessaa ABUT…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) - Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii bu'uuraalee misoomaa tajaajila bishaanii gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti barbadeesse deebisaanii…
Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota Muummee Fayyaa fi Seeraan barsiisaa ture guyyaa boruu ni eebbisiisa…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota Dooktoreetii fi ogummaa fayyaa biroon digirii jalqabaa fi Seeraan barsiisaa ture guyyaa boruu kan eebbisiisu ta'uu…
MM Abiy Xaalayaa Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidaniif barreessan
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Xaalayaa Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidaniif barreessaniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaarii fi…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu hojiilee misoomaa Godina Harargee Bahaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu hojiilee misoomaa Godina…
Yuunvarsiitiin Jimmaa hojiiwwan qorannoo gaggeessuuf Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa waliin waliigaltee…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa hojiiwwan qorannoo gaggeessuuf Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa waliin waliigaltee mallatteesseera.
Kaayyoon waliigaltichaa…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabileetti Mishingaa Kilaastaraan…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteetiin durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa…
Sadarkaa Manneen Barnootaa irra jiran fooyyessuuf Xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Galtee barnootaa, adeemsa baruufi barsiisuu fi bu’aa galmeessuurratti sadarkaa Manneen Barnootaa irra jiran fooyyessuuf Xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Gareen shororkeessaa ABUT lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuun yakka idil addunyaa raawwateera-Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Gareen shororkeesaa ABUT lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuun yakka idil addunyaa raawwateera jechuun sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan giddugala ijaarsa…
Gareen Shororkeessaa ABUT oomisha Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Kuusaa keessatti Mankuusee saamuu…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT oomisha Qonnaa Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Mankuusaa keessatti kuuse saamuu fi biiroolee barbadeessuu Abbaan Taayitaa Gabaa…