Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diyaaspooraarraa Ijaarsa hidha Haaromsaa Birrii biiliyoonni 1.2 galiin argamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Waggoottaan 10 darbanitti ijaarsa Hidha Haaromsaaf Diyaaspooraarraa galiin Birriin biiliyoonni 1 fi miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 63 ol…
Qormaanni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa Onkoloolessa 29 hanga Sadaasa 2, 2014tti kennama jedhame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Qormaanni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa Onkoloolessa 29 hanga Sadaasa 2, 2014tti kan kennamu ta’uu Ejensiin Madaallii Ga’umsaa fi Qormaata Biyyaalessaa…
Oromiyaatti Barnoonni bara 2014 Onkoloolessa 3 kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti barnoonni bara 2014 Onkoloolessa 3, 2014 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 200 ol lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 2 ol lammiilee naannoo Afaarii buqqa’aniif deeggarsa taasiiseera.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa…
Jilli aadde Adaanachiin durfamu Afaar Samaraa gale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Itti aantuu Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Afaar magaalaa Samaraa galeera.
Jilichi wayita magaalaa…
Ityoophiyaa fi Keeniyaan qajeelfama hojmaata tajaajila daandii saffisaa Mooyaalee mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan qajeelfama hojmaata tajaajila giddugala daandii saffisaa Mooyaalee mallatteessaniiru.
Waliigaticha Komishiniin…
Muudamtoonni mootummaa haaraan hojii osoo hin eegalin dura qabeenya isaanii akka galmeessisiisan…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Muudamtoonni mootummaa haaraan hojii osoo hin eegalin dura qabeenya isaanii akka galmeessisiisan taasiifamuuf ta’uu Komishiniin Namuusaa fi…
Afrikaanoonn faayidaa isaanii kabachiisuuf tokkummaan dhaabbachuu qabu – Preezdaant Maakii Saal
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Afrikaanoonni faayidaa isaanii kabachiisuuf tokkummaan dhaabbachuu akka qaban Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal ibsaniiru.
Afrikaan…
Meedirook Ityoophiyaan lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Meedirook Ityoophiyaan lammiilee sababa weerara garee Shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 deeggarsa…
Sibiiloonni seeraan ala kuufamee ture hedduun dabalataan to’atame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo iddoo addaa Fiinaansi Kaampi jedhamutti Sibiiloonni seeraan ala kuufamee ture hedduun…