Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 385 ol lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 mallaqqaan fi Birrii miiliyoona 35 fi kuma dhibba 1 fi kuma 34 ol ammoo…
Hojiilee deeggarsa namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti taasiifamaa jiru ilaalchisee gamaaggamni…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Hojiilee dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti taasiifamaa jiruu fi dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadanirratti hojjetamaa jiran…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Faantaallletti Proojektoota misoomaa garaagaraa…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu, aanaa Faantaallletti…
Jilli Aadde Adaanachiin durfamu magaalaa Bahaar Daar gale
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Itti Aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Naannoo Amaaraa magaalaa Bahaar Daar galeera.
Jilichi…
Miidhamaa kamiifiyyuu haalduree tokko malee tajaajilli deeggarsa namoomaa dhiyaachuu qaba jedhame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaaritti raawwate hordofee lammiileen miiliyoonni 4.5 miidhaaf saaxilamuu ibsame.
Ministirri…
Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta'uu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise.
Manneen barnootaa hunda keessatti…
ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenya Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenyaa Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo barbadeessuun isaa ibsameera.…
Magaalichaatti dhaabbilee daldalaa shira diinagdeerratti hirmaataan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti hanga ammaatti dhaabbilee daldalaa shira diinagdeerratti hirmaataa turan kuma 1 fi 967 irratti tarkaanfiin fudhatamu Biiroon…
Jiraattoonni magaalaa Kombolchaa humna nageenyaa adda waraanaa Walloo Kaabaatti bobba’aaniif galaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Kombolchaa humna nageenyaa adda waraanaa Walloo Kaabaatti bobba’aaniif galaa dhiyeessaniiru.
Bakkichatti kan argamaan itti…
Dooktar Girmaa Amantee godina Gujitti Baaqelaa Kilaastaraan misoome daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Misooma Baadiyyaa Dooktar Girmaa Amantee godina Gujitti Baaqelaa Kilaastaraan misoome daawwataniiru.…