Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barrii haaraan gareen shororkeessaa ABUT kan haawwee gara Si’oolitti kan deebi’uu ni…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)-Barrii haaraan gareen shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kan ka’ee kan gara Jeeynaba/si'oolitti deebisuun birmadummaa Ityoophiyaa mirkaneessuuf cimnee kan…
Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii Federaalaa Ityoophiyaa raayyaa ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii Federaalaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Hoggantoonnii fi miseensonni kunneen mata duree…
Dooktar Qana’aan namoota mada’aanii giddugalaa dandamachiisaa magaalaa Bishooftuu keessatti argaman…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataa namoota mada’aanii giddugalaa dandamachiisaa magaalaa Bishooftuu keessatti argaman…
Naannoo Harariitti dhaabbilee fi namoota dhuunfaa ABUT fi Shaneef deeggarsa taasiisa turanirratti…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Dhaabbilee fi namoota dhuunfaa ABUT fi Shaneef deeggarsa taasiisa turanirratti qorannoo gaggeessuu eegaluu Abbaan Alangaa Waliigalaa Naannoo Hararii…
Wayita ayyaannoonni Amantaalee fi ummataa kabajamu maloota ittisa weerara Covid -19 hojiitti hiikuun…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Wayita ayyaannoonni Amantaalee fi ummataa addabaabayiitti kabajamu maloota ittisa weerara Covid -19 hojiitti hiikuun barbaachisaa qofa osoo hin taane…
Namoonni dhuunfa daddabarsa baala sammuu namaa hadoochuutin shakkamaan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Magaalaa Nageelleetti Namoonni dhuunfa 3 daddabarsa baala sammuu nama hadoochuutin shakkamaan to’annaa jala oolu poolisiin beeksiseera.
Itti aanaa…
Jiraattoonni godina Wallaggaa Lixaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa maallaqaa fi akaakuu Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Wallaggaa Lixaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa maallaqaa fi akaakuu Birrii miiliyoona 10 ol taasisuu Bulchiinsi Godina Wallagga Lixaa…
Irreechi Hora Finfinnee fi Hora Arsadee Fulbaana 22 fi 23 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 22, kan Hora Arsadee Fulbaana 23, 2014 kan kabajamu ta’uu Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo beeksiise.
Akkaataa…
Karoorri hojii fi baajata proojektii Faawundeeshinii dijiitaalaa Ityoophiyaa raggaasifame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Karoorri hojii fi baajata proojektii Faawundeeshinii dijiitaalaa Ityoophiyaa raggasifameera.
Koreen biyyoolessaa karooraa fi baajata proojektichaa bara…
Shirri dargaggeessi magaalaa Finfinnee misooma fi nageenyaaf ga’ee isaa akka hin bane xaxame…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Dargaggeessi Finfinnee misoomaa fi nageenya biyya isaatiif shoora akka hin qabaannee fi ga’ee isaa ba’achuu akka hin dandeenye shira xaxamaa ture…