Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koollejjiin Poolisii Magaalaa Finfinnee dargaggoota leenjii laachaafii ture eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa eeguuf Koollejjiin Poolisii Magaalaa Finfinnee dargaggoota leenjii laachaafii ture 259 eebbisiiseera.…
Yuunvarsiitiin Samaraa deeggarsa Yuunvarsiitiwwan adda addaarraa argate obbo Awwal Aarbaaf dabarsee…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Samaraa deeggarsa lammiilee qa’eef qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif oolu Yuunvarsiitiwwan adda addaarraa argate Preezdaantii Naannoo…
Hojiirra oolmaa sirna Hiikaa Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti qooda fudhattoonni…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Hojiirra oolmaa sirna Hiikaa Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti qooda fudhattoonni Magaalaa Bishooftuutti mari'ataa jiru.
Waltajjii kanarratti…
Jiraattoonni aanaa Addaa Burjii Raayyaa Ittisaaf sangoota 22 arjooman
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Jiraattoonni aanaa Addaa Burjii maallaqaa fi Akaakuu Birrii miiliyoona 8tt tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Naannoo Somaaleetti qophii filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamurratta mariin taasifame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Naannoo Somaaleetti qophii filannoo marsaa 6ffaa gaggeeffamurratti mariin taasifameera.
Itti aanaa Preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee Mahaammad…
Guddataan Ityoophiyaa qormaata idil addunyaa qabxii olaanaa galmeesse
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Lammiin Ityoophiyaa Naatinaa’eel Mulgeetaa jedhamu qormaata Kaambrijii idil addunyaa qabxii olaanaa galmeesseera.
Jireenyummaan isaa Afrikaa Kibbaa…
Haala Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2014 irratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) –Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Arsadii bara 2014 haala akkamiin kabajamuu akka qabu ilaalchisee Abbootiin Gadaa Magaalaa Adamaatti mari’achaa…
Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti barattoota barnoota adda kutan barnootaatti deebisuuf qooda…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Kibbaatti barattoota sababoota garaagaraan barnoota adda kutan barnootaatti deebisuuf qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jiraachuu…
Mariin Ityoophiyaatti filannoowwan invastimantiirratti xiyyeeffatee gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Xaaliyaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambisaa koree walitti dhufeenya idil-addunyaa mana maree daldalaa Giriik Niilolaawoloos Vaaziloo waliin…
Koreen Olaanaa Komaand poostii qaal’insa gabaa marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Koreen Olaanaa Komaand poostii qaal'insa gabaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala qabatamaa qaal'insa jireenyaa fi furmaanni maal ta’uu qabaarratti…