Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan ejjennoon isheen Ityoophiyaarratti qabattee Afrikaa Bahaarratti shororkeessummaa kan…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Ameerikaan ejjennoon isheen Ityoophiyaarratti qabattee Afrikaa Bahaarratti shororkeessummaa kan babaldhisuu ta’uu ogeessii seeraa obbo Wubshaat Mulaat…
Giddugalli Leenjii Loltummaa Xollaay loltoota leenjii bu’uuraa fudhataa turan eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Giddugalli Leenjii Loltummaa Xollaay loltoota mana barumsaa leenjii kabaja olaanaatti leenjii loltummaa bu’uuraa fudhataa turan eebbisiiseera.…
Dippiloomaatoof leenjiin laatamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Ministeerri Dhimma Alaa Dippiloomaatoof leenjii kennuu eegaleera.
Leenjichi guyyoota 10f itti fufiinsaan kan laatamu yoo ta'u, dhimmoota idil addunyaa,…
Barri haaraan qormaatilee keessaa fi alaa darbuun seenaa haaraa kan itti galmeessinu ta’a…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) -Barri haaraan qormaatilee keessaa fi alaa darbuun seenaa haaraa kan itti galmeessinu akka ta'e Ministir Deettaan Ministeera Nageenyaa Aadde Warqinash…
Jiraattoonni Kaamaashii ergamtoota garee ABUT irratti tarkaanfii cimaan akka fudhatamu gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Jiraattoonni naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Kamaashii ergamtoota garee ABUT irratti tarkaanfii cimaan akka fudhatamu gaafatan.
Jiraattoonni…
Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti manneen barnoota 260 guutuummaa guutuutti barbadeesse
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti manneen barnoota 260 guutuummaa guutuutti barbadeessuu Biiroon Barnoota naannoo Amaaraa beeksiseera.
Gareen…
Jilli obbo Malaakuun durfamu lammiile Maayixabirii buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Jilli abbootii qabeenyaa Ministira Ministeera Daldalaa fi Indastirii obbo Malaakuu Allebaliin durfamu lammiile Maayixabirii buqqa’aniif deeggarsa…
Naannoo Kibbaa deeggarsa Birrii miiliyoona 25 naannoo Affaariif taasise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Naannoo Kibbaa lammiilee nagaa naannoo Affaar sababa waraanaa gareen shororkeessaa ABUT qaqqabsiiseen buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25…
Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ministira Ministeera Inarjii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan Ministira Ministeera Inarjii Keeniyaa Charlas Keetar…
Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hogganaan paartii badhaadhinaa naannoo kibbaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa akkasumas hoggantoonni…