Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw, hogganaan paartii badhaadhinaa naannoo kibbaa Obbo Xilaahuun Kabbadaa akkasumas hoggantoonni…
Magaalaa Finfinneetti dargaggoota adda waraanaa garaagaraatti makaman waliin mari’atame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti mata duree ‘dargaggoota duultootaa’ jedhuun dargaggoota adda waraanaa garaagaraatti makaman waliin mari’atameera.…
Barattoonni eebbifamoo Yunvarsiitii Arsii egizibiishiinii hojii agarsiisaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC)- Barattoonni eebbifamoo Yunvarsiitii Arsii egizibiishiinii hojii agarsiisaa jiru jedhameera.
Itti aaanaan Preezdaantii Yuunvarsiitii Arsii Dooktar…
Gidduugalli Duultota Addaa Leenjii Loltummaa Bilaattee leenjitoota leenjii bu’uuraa fudhatan…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Gidduugalli Duultota Addaa Leenjii Loltummaa Bilaattee, miseensoota Raayyaa Ittisaa leenjii bu’uura loltummaa leenjisaa ture eebbisiise.
…
Proojektoota Misoomaa eegalaman xummuruuf xiyyeeffannoon ni hojjetama – Obbo Musxafee…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Proojektoota Misoomaa eegalaman xummuruuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Itti aanaan Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad…
Dhaabbilee deeggartoota seeraan alaarratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC)-Dhaabbilee deeggartoota seeraa alaa socho’uun nageenyaa biyyaa balaarrra buusaan irratti tarkaanfiin kan fudhatamuu ta’uu Ejensii dhaabbilee hawaasaa…
Obbo Ashaadiliin aanaa Asoosaatti oomisha kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo BeenishaanguuL Gumuuz obbo Ashaadilii Hasan aanaa Asoosaa ganda Koomoshaagaa 28 fi Biliduugiiluutti Ooyiruu Boqqoolloo…
Kaka’umsi ummanni Raayyaa Ittisaatti makamuuf agarsiise hamilee humnoota badii kan cabsuudha –…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014(FBC) Kaka’umsi ummanni Raayyaa Ittisaatti makamuuf agarsiise hamilee humnoota badii kan cabsuudha jedhan Daayreektarri Daayreektoreetii Quunnamtii Uummataa…
MM Abiy Ahimad miseensota Poolisii yaalarra jiran daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota Poolisii Hospitaala RiifaraalaacPoolisii Federaalaatti dirqamaarratti miidhaamuun yaalarra jiran…
Naannoo Affaaritti lammiileen sababa garee shororkeessaa ABUT buqqa’aniif deeggarsi Birrii…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeeraa Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil durfamu lammiilee naannoo Affaritti buqqa’anii maallaqaa callaa fi gosaa Birrii miiliyoona…