Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalaa Zaarimaa to’achuu walqabatee namoonni baqatanii turan qa’ee…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalaa Zaarimaa to'achuu walqabatee namoonni baqatanii turan qa’ee isaanitti deebi’aniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT halleellaa…
Naannoo Kibbaa deeggarsa Birrii miiliyoona 25 naannoo Amaaraaf laate
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Itti aanaan Preezdaantiin Naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw magaalaa Bahiir Daariin galaniiru.
Obbo Riistuu Yirdaaw lammiilee garee shororkeessaa…
Giddugalli dhiheessa nyaataa Alaamudiiniin Tasfaa Birihaan Kutaa Magaalaa Addis katamaatti Ayyaana…
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014(FBC)-Giddugalli dhiheessa nyaataa Alaamudiiniin Tasfaa Birihaan jedhamu Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis katamaatti Ayyaana bara haaraa…
Hoggantoonni mootummaa olaanoon adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa Ittisaa waliin Ayyaana…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo adda waraanaa Afaaritti miseensota Raayyaa…
Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa hawwii gaarii Bara Haaraa Ityoophiyaaf hawwaniiru
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Komishinar Muusaa Faakii barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nageenyaa fi Badhaadhinaa akka ta'u hawwaniiru.…
Waajjirri Giiftii Duree fi dhaabileen Federaalaa daa’imman 320 kunuunsuuf waadaa galan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Waajjirri Giiftii Duree fi dhaabileen Federaalaa 21 bara haaraa kanaa eegalanii daa'imman 320 kunuunsanii guddisuuf waadaa galaniiru.
Daa'imman kunneen…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasiisan barri haaraan 2014 Ityoophiyaaf bara nagaa fi tasgabbii akka ta'u hawwii gaarii…
Shawaa Lixaatti Humna Addaa Oromiyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii idilee fi milishoota dirqamarra…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Hoggansi Godina Shawaa Lixaa ayyaana bara haaraa 2014 sababeeffachuun Humna Addaa Oromiyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii idilee fi milishoota …
Yuunvarsiitiin Arsii maatii qabsaa’otaa fi maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa Ayyaana laate
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Arsii Ayyaana bara haaraa Sababeeffachuun maatii qabsaa'otaa fi maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa Ayyaana ittiin oolaan arjoomeera.…
Maqeet bilisa baate
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Aanaan Maqeet guutummaan guutuutti garee shororkeessaa ABUT irraa bilisoomuu ibsame
Magaaloonni Dabra Zabiix Agiriit, Filaaqiit fi Garaagar sochii…