Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis isiniif dhaabbatti – MM Abiy…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensonni Raayyaa Ittisaa hundi yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis kan isaaniif dhaabbattu…
Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Ajejaan Waliigalaa Humna…
Gaara kaleessa injifannoo itti galmeessitan jalatti bara haaraa kabajuun hiikoo addaa qaba –…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Gaara kaleessa injifannoo itti galmeessitan jalatti ayyaana bara haaraa kabajuun hiikoo addaa qaba jedhan Ajejaan Waliigalaa Raayyaa IttisaaJeneraal…
Jiraattoonni Aanaa Bookee marsaa 2ffaaf Sangoota 16 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Aanaa Bookee Gooticha Raayyaa Ittisa biyyaaf sangoota 16 arjoomaniiru.
Jiraattoonni aanaa Bookee fedhii isaaniin…
MM Abiy Ahimad adda waraanaa Maayixabirii dhaqan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa Raayyaa Ittisaa waliin kabajuuf adda waraanaa Maayixabirii dhaqan.
Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa…
Ayyaanni bara Haaraa 2014 qophiilee garaagaraan guutuu biyyattiitti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Ayyaanni Bara haaraa Fulbaanni 1,2014 qophiilee garaagaraan guutuu biyyattiitti kabajamaa jira.
Ayyaana bara haaraa Fulbaana 1 sababeeffachuun dureewwan…
Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii bara 2014 dabarsaniiru.
Rakkoo bara kana nu mudate keessaa ba'uun lammat akka hin deebine…
Qormaatilee bara 2013 keessaa fi Alaa mudatan hoggansa bilchina qabuu fi tokkummaa ummataan…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa ergaa baga geessanii bara haaraa 2014 ummata Ityoophiyaa maraaf dabarseera.
Manni Marichaa ergaa dabarseen qormaatilee…
MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii bara haaraa dabarsaniiru.
Baga bara 2014 nagaan geessan jedhaniiru.
Bara haaraa kana wayita…
Magaalaa Adaamaatti Dhadhaan, Dammii fi Barbareen wantoota alagaa waliin walitti makamuun gabaaf…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Dhadhaan, Dammii fi Barbareen wantoota farra fayya ta'an waliin walitti makamuun gabaaf dhiyaachuuf turan to'atamuu Abbaan Taayitaa…