Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jijjiirramaa as qormaatilee akka biyyatti nu qunname deeggarsa ummataan dabarreerra – Paartii…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Jijjiirramaa as qormaatilee akka biyyatti nu qunname deeggarsa…
Gamtaan Afrikaa Giinii Miseensummaarraa dhorke
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Gamtaa Afrikaatti Qaljeelchi Dhimmoota Siyaasaa, nageenyaa fi Tasgabbii fonqolcha mootummaa biyyattiitti gaggeeffame hordofee Giinii…
Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifamni taasiifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Naannoo Amaaraa Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifama taasiise.
Manni Maree naannichaa…
Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti raawwateen qabeenyi hedduun barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaar aanaalee 4 keessatti raawwateen qabeenyi hedduun barbadaa’uu ibsameera.
Garichi iddoolee…
Dureewwan Amantaalee garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Dureewwan Amantaalee garaagaraa ergaa baga geessanii Ayyaana bara haaraa 2014 dabarsaniiru.
Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa…
Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun adda waraanaa Walloon Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifameera.
Diinoonni…
Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f ni dhuka’a – Ministeera…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f kan dhuka’u ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksiise.…
Ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha-MM Abiy
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha jedhaniiru.
Muummichii…
Godina Arsii Lixaatti Daa’imman MaatiinHarka Qalleeyyii kuma 32 oliif meeshaaleen barnootaa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) –Godina Arsii Lixaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin Daa'imman maatiinm harka qalleeyyii kuma 32 oliif Meeshaaleen Barnootaa Birrii miiliyoona 23 oliitti…
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo bara haara sababbeeffachuu erga dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo Ummata Oromoo maraan, saboota, sablammootaafi ummattoota Ityoophiyaa hundaan baga bara haaraa 2014 nagaan…