Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo bara haara sababbeeffachuu erga dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo Ummata Oromoo maraan, saboota, sablammootaafi ummattoota Ityoophiyaa hundaan baga bara haaraa 2014 nagaan…
Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyii deeggaran
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana bara haaraa 2014 sababeeffachuun Naannoo Hospitaala Alaartiitti argamuun namoota humna hin qabnee fi harka…
Magaalaa Buraayyuutti harka qalleeyyii 100 ol ta’aaniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti Waajjirri Dhimma Hojjetaa fi Hawwaasummaa ayyaana bara haaraa sababbeeffachuun namoota harka qalleeyyii tahan 100 oliif…
Magaalaa Jimmaatti namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Ayyaana bara haaraa sababeeffachun namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsi taasifamuu ibsameera.
Deegaarsicha…
Lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUT buqqa’an itti fufiinsaan dhaabuu ni hojjetama…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUT qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an itti fufiinsaan dhaabuuf kan hojjetamu ta’uu Ministeera…
MM Abiy Ahimad harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa laatan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa arjoomaniiru.…
Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan gaggeessaa…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan gaggeessaa taasifameera.
Sagantaa gaggeessaa kanarratti haasawa…
Barri nama, bara keessatti ifee kan muul’atu nu’i – Aadde Adaanich Abeebee
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa…
Magaalaa Awwadaayitti doolaarri Ameerikaa kumni 63 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Awwadaayitti doolaarri Ameerikaa kumni 63 fi 200 to’annaa jala ooluu Qajeelchi poolisii magaalichaa beeksiseera.…
Dantaa fi faayidaa ummata keenyaa kabachiisuuf araarama malee hojjechuurratti argamna-Preezdaant…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa bara haara sababeeffachuu erga dabarsaniiru.
Guutuun ergichaa akka armaan gadiitti…