Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dantaa fi faayidaa ummata keenyaa kabachiisuuf araarama malee hojjechuurratti argamna-Preezdaant…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa bara haara sababeeffachuu erga dabarsaniiru.
Guutuun ergichaa akka armaan gadiitti…
Magaalaa Buraayyuutti meeshaalee waraanaa seeeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti meeshaalee waraanaa seeeraan ala daddabarfamaa turan to’annaa jala ooluu poolisiin beeksiseera.
Konkolaataa fe'umsaa…
Ifa barii arguuf dukkana cimaa darbuun dirqama – Obbo Dabalee Qaabataa
Ifa barii arguuf dukkana cimaa darbuun dirqama - Obbo Dabalee Qaabataa
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Gumrukaa obbo Dabalee Qaabataan ergaa baga…
Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa duula birmaddummaa biyyaatif yeroo 3ffaaf deeggarsa maallaqaa fi…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Oomoo kibbaa duula birmaddummaa biyyaatif yeroo 3ffaaf deeggarsa maallaqaa fi gosa taasisaniiru.
Jiraattoonni kunneen deeggarsichaan…
Shakkamaan karaa seeraan alaa tajaajila yaala vaayrasii koroonaa laatee to’annaa jala oole
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Booleetti karaa seeraan alaa eeyyama yaala osoo hin qabaatin shakkamaan tajaajilaa yaala vaayrasii koroonaa laatee to’annaa jala ooluu…
Tajaajila fedhii maamiltootaa giddugaleeffate laata jirra – Komishinii Gumrukii Ityoophiyaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumrukii Ityoophiyaa sirna bulchiinsaa yeroon barbaadu diriirsuunTajaajila fedhii maamiltootaa giddugaleeffate laataa jiraachuu ibseera.…
Barri 2013 seenaa naannoo Oromiyaatti bara qormaanni itti heddumatee fi milkaa’inni argamee…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Barri 2013,Seenaa Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa keessaatti bara qormaanni itti heddumatee fi faallaasaan milkaa'inni argamee hin beekne itti…
Injifannoon waadaa galle kabajuudha –Muummee Ministiraa Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Injifannoon waadaa galle kabajuudha, waadaaf amanamanii hojjechuu fi jecha qabatamaan agarsiisuu ta’uu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Qaammeen 5, Guyyaan missirraachoo Injifannoo kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Qaammeen 5, Guyyaa missirrachoo Injifannooti jedhan Itti aantuun kaantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.
Baga guyyaa Injifannoon isin ga'e…
Ityoophiyaan yoomiyyuu gootoota ishee hin dagattu – Preezdaanti Saahilawarq
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Hospitaala Xoor Hayiloochitti argamuun loltoota darree waraanaatti miidhamuun yaalarratti argaman daawwataniiru.…