Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan yoomiyyuu gootoota ishee hin dagattu – Preezdaanti Saahilawarq
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Hospitaala Xoor Hayiloochitti argamuun loltoota darree waraanaatti miidhamuun yaalarratti argaman daawwataniiru.…
Tarbaayinoonni Hidha Haaromsaa 2 baatiwwan jalqabaa waggaa haaraatti humni maddasiisuu ni eegalu…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC) -Tarbaayinoonni Hidha Haaromsaa 2 baatiwwan jalqabaa waggaa haaraatti humni maddasiisuu kan eegalan ta'uu Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii…
Rasaasni Bireenii fi kilaashii seeraan ala daddabarfamaa ture to’annaa jala oole
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Godina Walloo Kibbaa Bulchiinsa magaalaa Haayiqitti rasaasni Bireenii fi kilaashii seeraan ala daddabarfamaa ture to’annaa jala ooluu poolisiin magaalichaa…
Tokkummaan Afrikaa guddina biyyaa keenyaaf bu’uura-Dooktar Abiy
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Tokkummaan Afrikaa guddina biyyaa keenyaaf bu’uura jedhaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad erga fuula Twiitara…
Gareen shororkeessaa ABUT hospitaala Affaaritti meeshaalee hedduu saame
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT hospitaala Affaaritti meeshaalee hedduu saameera.
Gareen kun naannichaatti hospitaala keessaa qorichoota saamee baduu hogganaan…
Guyyaa Gootummaa gootota waliin kabajuu danda’uukoof gammachuun natti dhaga’ameera-Preezdaand…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Preezdaant FDRI Saahiwarq Zawdee fi itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee waliin ta’uun duula olaantummaa seeraatin misensoota…
Magaalaa Finfinneetti nageenyaaf jecha richiitii dhukaasuun dhorkaadha- Komishiinin Poolisiin…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti nageenyaaf jecha richiitii dhukaasuun dhorkaadha jechuun Komishiinin Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Qaamoleen carraawwan…
Waajjirri Giiftii Duree warshaalee daabboo fi daakuu magaaloota 10 keessaatti ijaaruuf waliigalte…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Waajjirri Giiftii Duree fi Miidirook Invastimantii Giruuppiin ijaarsa warshaalee daabboo fi daakuu magaaloota 10 keessaatti ijaaruuf sanada waliigalte…
Garee shoororkeessaa ABUT daa’immanii fi dubartootarra miidhaan qaqqabsiseef deeggarsi imalchiifamaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Naannolee Amaaraa fi Affaritti garee shoororkeessaa ABUTn daa’immanii fi dubartootarra miidhaa qaqqabeef Birrii miiiliyoona 24 fi kumni 900 oliin deeggarsi…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa daawwatan.
Abbootiin eegdootaa olaanoo yaa’ichaa raawwii ijaarsaa hidhichaa…