Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Af Yaa’iin Mana Maree Federshinii obbo Adam Faraah erga baga bara haaraa geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Federshinii obbo Adam Faraah erga baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru.
Erga isaaniin saba fi sablammoonni akkasumas…
Poolisiin naannoo Beenishaanguul Gumuuz Asxaa haaraa ifoomse
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Poolisiin naannoo Beenishaanguul Gumuuz Asxaa duraan turee jijjiiruu beeksiseera.
Asxaan jijjiirramees Qaammee 2, 2013 irraa eegalee hojiirra kan oolee…
Ministeerri Barnoota manneen harka qalleeyyii haaromsaa ture laate
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnoota sangataa tola oltootaatin kutaa magaalaa Araadaa aanaa 9tti manneen harka qalleeyyii haaromsaa ture laateera.
Manneen jireenyaa kanas…
Duulli birmadduummaa injifannoon hanga xumuramutti naannichi deeggarsa isaa cimsee itti fufaa-Obbo…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Mootummaa fi uummattoonni naannoo Gambeellaa duulli birmadduummaa injifannoon hanga xumuramutti raayyaa ittisa biyyaa fi qaamolee nageenyaa biroof deeggarsa…
Baalli sammuu namaa hadoochuu daangaa Sudaan irraan akka seenneef to’annaa taasifamaa jiraachuu…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Baalli sammuu namaa hadoochuu daangaa Sudaan irraan akka seenneef to’annaa taasifamaa jiraachuu Poolisiin Federaalaa ibseera.
Poolisiin Federaalaa…
Bulchiinsi magaalichaa deeggarsa maallaqaa fi gosaa Birrii biiliyoona 1 ol marsaa lamaan walitti…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa maallaqaa fi gosaa Birrii biiliyoona 1 miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 70 marsaa lamaan walitti qabe laateera.…
Miseensonni Garee Biyyaaleessaa Ityoophiyaa Waaliyaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Miseensonni Garee Biyyaaleessaa Ityoophiyaa Waaliyaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Wudaase Diyaagonastiki waliin ta’uun Gareen…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Eejensiichaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 16…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Eejensiin Nageenyaa Odeeffaannoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 16 taasisaniiru.
Daayreektarri olaanaan…
Magaalaa Finfinneetti bara haaraatti balaa tasaa ittisuuf qophiin taasifamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti bara haaraatti balaa tasaa ittisuuf qophiin taasifamuu Komishinii Hoggansaa sodaa balaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee ibseera.…
Waltajjiin marii walitti dhufeenya hawaasa Oromoofi Amaaraa cimsu magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Waltajjiin marii walitti dhufeenya hawaasa Oromoo fi Amaaraa cimsu magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajii marii kanarraatti haawasni naannoo…