Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Qaammeen 4 Guyyaan Gootummaa kabajame
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Qaammeen 4 guyyaan Gootummaa, mataduree "Goota kabajuun biyya kabajuudha! " jedhuun sagantaa garaagaraatiin kabajameera.…
Qoormaata yeroo amma jiruurra abdiin dura keenya jiru caalmaan mul’ata-Obbo Ristuu Yirdaaw
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Itti aanaa preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw jala bultii bara haara 2014 qormaata walxaxaa keessaa taanee jiraannuus qormaaticha injifannee…
Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen bara haara 2014 sababeeffachuun erga baga geessanii…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umaar Huseen bara haara 2014 sababeeffachuun qonnaa bultootaa fi horsiisee bultootaaf erga baga geessanii dabarsaniiru.…
Giddugalli Leenjii loltummaa Awaash Arbaa loltoota leenjii bu’uuraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Giddugalli Leenjii loltummaa Awaash Arbaa loltoota leenjii bu’uuraan leenjisaa ture eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni leenjichaa turtii isaaniin Leenjii…
Aadde Mufariyaat Kaamiil ergama addaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeeraa Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil barreessaa olaanaa ergama addaa sagantaa nyaata addunyaa Raamiiroo Looppees Daa Silvaa waliin…
Gootummaan bu’aa qabsaa’ummaa, cimanii dhaabbachuu fi injifattummaati-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Gootummaan bu'aa qabsaa'ummaa, cimanii dhaabbachuu fi injifattummaati jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Dooktar Abiy…
Tattaaffii hundagaleessaa oomisha nyaataan of danda’uu gaggeeffameen bu’aa gaariin…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Tattaaffii hundagaleessaa oomisha nyaataan of danda’uu gaggeeffameen bara bajaata 2013tti sassaabbiin oomisha gara kuntaala miiliyoona dhibba 3 fi…
Qaammeen 4 guyyaa Gootummaatin kabajama
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)-Qaammeen 4 guyyaa gootummaati ni kabajama jedhameera.
Guyyichi mata duree ‘gootoota biyya koo na kabajaa’ jedhuun ni kabajama jedhameera.
Kabajaa…
Obbo Dammaqaan Preezdaantii Roottaarii Intarnashinaal waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Preezdaantii Roottaarii Intarnaashinaal Dooktar Sheekhaar…
Eegdoonni Ripaablikaanii fi bu’uuraalee misoomaa ijoo ta’an eegan eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Koollejjii Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Eegdoota Ripaablikaanii fi bu'uuraalee misoomaa ijoo ta'an eegan leenjisaa ture…