Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eegdoonni Ripaablikaanii fi bu’uuraalee misoomaa ijoo ta’an eegan eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Koollejjii Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa Eegdoota Ripaablikaanii fi bu'uuraalee misoomaa ijoo ta'an eegan leenjisaa ture…
Obbo Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti bakka ba’uu sagantaa nyaataa addunyaa waliin…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) -Preezdaantiin Naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti bakka ba'uu sagantaa nyaataa addunyaa Isteevan Oomaam Wooree waliin mari'ataniiru.…
Wayita Qalmaa Kalloof of eeggannoon barbaachisu akka taasiifamu gaafatame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Inistiityuutii Misooma Kalloo Ityoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hawaasni Qalma raawwatuuf of eeggannoo barbaachisu akka taasiisan gaafate.…
WMO Manneen Barnootaa Ifa Boruutiif Kitaaba gosa adda addaa arjoome
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Waldaan Misooma Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruutiif Kitaaba barnootaa gosa adda addaa arjoomuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
…
Yuunvarsiitiin Finfinnee Birrii miIliyoona 60 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Finfinnee Birrii miliyoona 60 Raayyaa Ittisaaf deeggarsaan laateera.
Deeggarsi taasiifame biyyi nagaa ta’uun adeemsi baruu fi…
Warshaalee Simmintoon ala kanneen biroo guyyaa jala bultii ayyaanaa madda kuusaa olaanarraa humna…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Warshaalee Simmintoo fi Indaastirii al ergiin ala kanneen biroo guyyaa jala bultii ayyaanaa madda kuusaa olaanarraa humna Elektirikii akka hin fayyadamne…
Ityoophiyaa fi Gaanaan dhimmoota waloo fi Afrikaarratti tumsaan ni hojjetu – M/Ministiraa…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad simannaa hoo’aa Akiraatti taasiifameefiif Preezdaantii Gaanaa Naanaa Akuufoo Addoo galateeffataniiru.
…
Ayyaana bara haaraaf oomisha bu’aalee Foonii gatii madaallawaa fi quqlullina qabau dhiyeessuuf…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Ayyaana bara haaraaf oomisha bu’aalee Foonii gatii madaallawaa fi quqlullina qabau dhiyeessuuf qophii taasiisuu Dhaabbanni Qalmaa Magaalaa Finfinnee…
Ityoophiyaan rakkoo ishee muudate hiikuuf tattaaffiin taasiiftu kan dinqisiifatamuudha –…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo ishee muudate hiikuuf tattaaffiin taasiiftu kan dinqisiifatamu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Ittoo Taakaakoon…
Dhaabbileen ergitootaa fi abbootiin qabeenyaa shira diinagdee akka ittisan gaafatame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Dhaabbileen ergitootaa fi abbootiin qabeenyaa haala waqtawaa biyyaa hubachuun shira diinagdee akka ittisan Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii waamicha…