Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen 454 Saa’uda Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uid Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 454 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessaa 137 daa’imman ta’uu…
Damee Albuudaa caalmaatti bu’aa qabeessa taasiisuuf fooyya’iinsi garaagaraa hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Damee Albuudaa caalmaatti bu’aa qabeessa taasiisuuf fooyya’iinsi garaagaraa hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa beeksiise.
…
Dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 17 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa aantummaa isaanii muul’isuuf Birrii miiliyoona 17 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Komishiniin Gumrukaa ,…
Gaarummaan guyyaa 1 qofa osoo hin taane gochaa guyyoota 365ti – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun kutaa magaalaa Araadaa aanaa 8tti argamuun maanguddootaa fi harka qalleeyyiif…
Aadde Adaanach guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun jiraattoota kuma 1 oliif kennaa ayyaanaa laatan
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun jiraattoota kuma 1 oliif kennaa ayyaanaa laataniiru.…
Kutaa magaalaa Eekkatti lammiilee jireenya gadi aanaa keessa jiraataniif kennaan ayyaanaa laatame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Kutaa magaalaa Eekkatti lammiilee jireenya gadi aanaa keessa jiraataniif kennaan ayyaanaa Birrii miiliyoona 11.2 tilmaamamu laatame.
Kutaa…
Manneen jireenyaa haaromfamaa turan kumni 1 fi 845 guyyaa har’aa abbootii manaaf dabarfaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Qaammee 3, guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun manneen jireenyaa harka qalleeyyii haaroomfamaa turan kumni 1 fi 845…
Lammiileen Ityoophiyaa 129 Yeemanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Yeemanitti haala rakkisaa keessa turan 129 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa idil…
Naannoo Afaarii fi Amaaratti dhaabbilee miidhaman tajaajila eegalchiisuuf torbee kana qorannoon ni…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Naannoo Afaarii fi Amaaratti dhaabbilee miidhaman tajaajila eegalchiisuuf torbee kana qorannoon kan eegalamu ta’uu Koreen Ministirootaa Giddugala…
Gaarummaan haala, iddoo fi yeroo kamiiyuu jireenya dhala namaaf waan barbaachisu gochudha – MM…
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) - Gaarummaan haala, iddoo fi yeroo kamiiyuu jireenya dhala namaaf waan barbaachisu laachuu ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen…