Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaammeen 3, guyyaan gaarummaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Qaammeen 3, guyyaan gaarummaa guutuu biyyattiitti gochoota garaagaraan kabajamaa jira.
Gaarummaan ibsituu Ityoophiyummaa keessaa tokko kan ta'ee baraa…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad halkan edaa Daawwaanna hojiif Gaanaa Akiraa galan
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad halkan edaa Daawwaanna hojii guyyaa tokkoof Gaanaa Akiraa galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad turti…
Godina Jimmaa aanaa Manchootti roobaa cimaa kaleessa galgalaa roobeen lafti sigiigachuun miidhaan…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Jimmaa aanaa Manchootti roobaa cimaa kaleessa galgalaa roobeen laftii sigiigaachuun lubbuu namaa fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabuu waajjirri sodaa…
Gareen shororkeessaa ABUT kan haleele reeffi jumlaa lammiilee nagaa argame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT kan haleele reeffi jumlaa lammiilee nagaa argameera.
Garichi godina Gondar Kaabaa aanaa Dabaat ganda Cinaa fi Taklahaayimaanoot…
Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiileen buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiileen sababa waraanaatif qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa taasiseera.
Yuunvarsiitichi deeggarsa meeshaalee…
Magaaloota Nageellee fi Shaakkisootti uffataaleen kontiroobaandii boondaa 391 fi kanneen biroon…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Magaaloota Nageellee fi Shaakkisootti uffataaleen kontiroobaandii boondaa 391 fi kanneen biroon to’annaa jala ooluu Poolisii beeksiseera.
Itti…
Ministeerichi tajaajila Loojistiksii biyya keessaa garaagarraatti tattaaffii taasiiseen baasii…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa tajaajila Loojistiksii biyya keessaa garaagarraatti tattaaffii taasiiseen baasii Birrii biiliyoona 2.2 baraaruu beeksiiseera.…
Injinaar Ayishaan Baankii Investimantii Awrooppaatti Gamtaa Afrikaa fi itti waamamtuu olaantuu…
\Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Misooma magaalaa fi konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammad Baankii Investimantii Awrooppaatti Gamtaa Afrikaa fi itti waamamtuu…
Naanniichi bara haara sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa 85’f dhiifama taasise
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuz ayyaana bara haara sababeeffachuun sireeffamtoota amalaa 85’f dhiifama taasisuu Abbaan Alangaa Waliigala naannichaa ibseera.…
Nageenya Daandirratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Nageenya Daandii ilaalchisee maatii barattootaa waliin mariin sadarkaa biyyaalessaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Waltajjii hubannoo…