Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shawaa Kaabaatti harka qalleeyyii kuma 10 fi 600 oliif deeggarsi taasiifame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaalee fi magaalota godinichaa keessatti Ayyaana bara haaraa sabaabeefachuun harka qaleeyyii kuma 10 fi 617f deeggarsi miidhaan…
Yuunvarsiitiin Jimmaa harka qalleeyyii 16f mana jireenyaa haaroomsaa fi ijaaraa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa kenna tajaajila tola ooltummaan harka qalleeyyii 16f mana jireenyaa haaroomsaa fi ijaaraa jiraachuu ibsameera.
…
Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwate
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwateera.
Sirni awwaalcha Weellisa Alamaayyoo Isheetee Kaateediraalii Sillaasee Qiddiist Maanbaaraa…
Obbo Dassitaan Humnoota Addaa Godina Matakkalitti hojii nageenya kabachiisurratti bobba’an daawwatan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Naannoon Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon Humnoota Addaa Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Matakkalitti hojii nageenya kabachiisurratti…
Godina Arsii Lixaa aanaa Kokkossaatti daldaltoonni seeraan alaa daballii gatii taasisaan hidhaa fi…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Arsii lixaa aanaa Kokkossaatti daldaltoonni seeraa alaa daballii gatii taasisaan hidhaa fi maallaqaan adabamaniiru.
Daldaltoonni gatii koreen…
Aanaaleen Awuraa fi Guliinaa garee Shororkeessaa ABUT irraa bilisoomsan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Humni Addaa fi Milishaan Naannoo Afaar aanaalee Awuraa fi Guliinaa garee Shororkeessaa ABUT irraa bilisoomsuu ibsame.
Guyyaa har’aa…
Aanaa Meettaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Harargee bahaa aanaa Meettaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbuu poolisiin beeksiseera.
Itti gaafatamaan kominikeeshinii…
Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Seeneegaal galan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd daawwannaa hojiif Seeneegaal galaniiru.
Turtii isaanii Seeneegaaliin preezdaantii biyyatti Maakii Kaal waliin…
Godina Shawaa Kibba Lixaatti Gamoon Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Birrii miiliyoona 21.1 oliin…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti Gamoon Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Birrii miiliyoona 21.1 oliin ijaarramee eebbifameera.
Sirna eebichaarratti Itti Aantuun…
Abbootiin qabeenyaa naannoo Amaaraarra walitti babba’aan naannoo Affaariif deeggarsa taasisaan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa naannoo Amaaraarra walitti babba’aan naannoo Affaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisaaniiru.
Abbootii qabeenyaa kunneen…