Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ejjennoon Chaayinaan jijjiirrama qabeenya Qilleensaa fi Faallama Naannoo dandamachuuf qabdu kan…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ejjennoo Chaayinaan jijjiirrama qabeenya Qilleensaa fi Faallama Naannoo dandamachuuf qabdu dinqisiifataniiru.…
Aadde Adaanach hojjettoota gadi jedhanii hawaasa isaanii tajaajilan galateeffatan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun hojjettoota gadi jedhanii hawaasa isaanii…
Godina Gujiitti Shanee 77 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Godina Gujiitti Shanee 77 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenyaa godinichaa beeksiiseera.
Torban lamaan darban keessa…
Sirni gaggeessaa reeffa weellisaa Alamaayyoo Isheetee addabaabaay Masqalaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa weellisaa Alamaayyoo Isheetee addabaabaay Masqalaatti gaggeeffamaa jira.
Sirnicharrattis itti aantuun kantiibaa magaalaa…
Ministeerri Geejjibaa bara darbe hojiilee tola ooltummaa garaagaraa hojjeteera
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi waamamtoonni isaa bara baajataa darbe hojiilee tola ooltummaa garaagaraa raawwchuu isaanii ibsameera.
Ministeerichi…
Gareen Tiyaatiraa fi muuziqaa Izii Lixaa adda waraanaa Maayitsabiriitti hojii muuziqaa dhiyeessan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gareen Tiyaatiraa fi muuziqaa Izii Lixaa adda waraanaa Maayitsabiriitti hojii muuziqaa dhiyeessaniiru.
Gareen kun adda waraanaa Maayitsaabiriitti…
Obbo Ristuu Yirdaaw naannoo Kibbaatti hojii qonnaa arfaasaa fi gannaan hojjetamaan daawwataan
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Itti aanaa preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw hoggantoota olaanoo mootummaa naannichaa waliin ta’uun naannoo Kibbaatti hojii qonnaa…
Giddugalli Leenjii Birshalaqoo marsaa 34ffaaf leenjitoota leenjii waraanaa fudhataa turan eebbisiise
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Giddugalli Leenjii Loltummaa Birshalaqoo leenjitoota waraanaa marsaa 34ffaaf tooftaa waraanaa garagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbaa…
Aadde Adaanach Abeebee guyyaa Tajaajiltummaa sababeeffachuun hojjettoota qulqullinaa waliin duula…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee guyyaa Tajaajiltummaa sababeeffachuun hojjettoota qulqullinaa waliin duula qulqulliina…
Tajaajiltummaan guddummaadha ulfinni kan argamu tajaajiluudhaani-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Tajaajiltummaan guddummaadha ulfinni kan argamu tajaajiluudhaani jedhaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad Fuula…