Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaaliin Haleellaa gareen Shororkeessaa ABUT adda waraanaa Walloon iddoo garaagaraan taasiise…
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Yaaliin Haleellaa gareen Shororkeessaa ABUT adda waraanaa Walloon iddoo garaagaraan taasiise guutumaan guutuutti fashalaa'uu Qindeessan Komaandii Poostii…
Aanaan Uwwaa ABUT irraa bilisoomte
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa, Humni Addaa fi milishaan Naannoo Afaar tarkaanfii qindoomina qabu fudhataniin Aanaa Uwwaa guutummaan guutuutti garee shororkeessaa ABUT…
Ambaasaaddar Yibalxaal Sudaanitti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Sudaanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Jarman Toomaas Tarseengan waliin mari'ataniiru…
Obbo Dammaqaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti jila itti aanaa barreessaa olaanaa nageenyaan…
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti jila itti aanaa…
Ministeerri Barnootaa Pritookoolii COVID-19 qopheesse
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Pritookoolii COVID-19 qopheesseera.
Ministeerri barnoota adeemsa kenniinsa bara barnoota 2014 akkaam ta’uu akka qabu…
Ityoophiyaanoonni 437 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 437 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Daa’immaan 84 dabalatee lammiileen 437 gara biyyaa deebi’uun isaanii ibsameera.…
Magaalaa Najjootti rasaasni kumni 31 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaa magaalaa Najjootti rasaasni kumni 31 to’annaa jala ooluu ibsameera.
Rasaasni kun magaalaa Adaamaarra gara Begiitti daddabarfamaa…
Godina Gujiitti Rasaasni Kilaashii fi Bireenii kumni 2 fi 858 to’atame
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Godina Gujii aanaa Gooroo Doollaa ganda Biittaattatti Rasaasni Kilaashii fi Bireenii kumni 2 fi 858 to’atamuu ibsameera.
Rasaasni…
Maappiin barnootaa haaraan hanqinoota jiran furuun damicha kan ammayyeessuu ta’uu ibsame
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Maappiin barnootaa haaraan hanqinoota jiran furuun quqlullina barnootaa kan mirkaneessuu fi barnoota diinagdee waliin walsimsiisuun…
Manneen Murtii Waliigalaa Naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa muuxxannoo waljijjiiran
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) –Waltajjiin muuxxannoo waljijjiiruu Manneen Murtii Waliigalaa Oromiyaa fi naannoo Sidaamaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame.
Kaayyoon waltajjichaas…