Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasise
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasisuu qajeelchi Kominikeeshinii Mootummaan godinicha beeksiseera.
Itti gaafatamaan…
Daandiin Qilleensichaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan…
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Daandii Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan guuttattee ta’uu beeksiseera.
Bakka bu’aa oduu…
Naannoon Sidaamaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Naannoon Sidaamaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 10, Sangoota, midhaan nyaataa fi bishaan saamsamaa Bahaar Daaritti argamuun deeggarsa taasiiseera.…
Ityoophiyummaan eenyummaa Ityoophiyaanoota kan waliitti hidheedha-Dooktar Abiy
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyummaan eenyuummaa Ityoophiyaanoota kan waliitti hidheedha jedhan.
Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara…
Ummannii fi bulchiinsa naannoo Kibbaa Birrii miiliyoona 85 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Ummannii fi bulchiinsi naannoo Kibbaa marsaa 4ffaan Birrii miiliyoona 85 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Naannichi hanga…
Ayyaanni bara haaraan Daawuroo Kooyishaa Gaatii Gaatsawaatti kabajame
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Ayyaanni bara haaraan Daawuroo “Tokkii Ba’aa” Kooyishaa Gaatii Gaatsawaatti qophiiwwan garagaraan kabajameera.
Hambaawwan seena jiran misoomsun…
Guyyaan Ityoophiyummaa marii paanaaliin kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Guyyaan Ityoophiyummaa bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti marii paanaaliin kabajamaa jira.
Maricharratti…
Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon Magaalaa Bahaar Daar galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon miidhaa gareen shororkeessaa ABUT ummataa Naannoo Amaaraarraan ga’eef aantummaa isaanii…
Guyyaan Ityoophiyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Qaammeen 1 Guyyaa Ityoophiyaa jechuun kabajamaa jira.
Guyyichis addababaay Masqaalaattii kabajamaa kan…
Magaalaa Baalee Gobbaatti mana jireenyaa nama dhuunfaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Baalee Gobbaatti mana jireenyaa nama dhuunfaa keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 3 olitti tilmaamamu to'atamuu Waajjirri…