Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinni Hadiyyaa marsaa 3ffaaf sangoota Qalmaa 496 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Uummannii fi bulchiinsi Godina Hadiyyaa marsaa 3ffaaf maallaqaa fi akaakuun Birrii miiliyoona 47 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Marsaa…
Rasaasni KilaashIii fi Bireenii seeraan alaa kumni 25 ol to’atame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Rasaasni KilaashIii fi Bireenii seeraan alaa garee shororkeessaa Shaneef darbuuf ture kumni 25 fi 335 ol to'atamuu Komishiniin Poolisii Oromiyaa…
Hayyoonni ijaarsa biyyaa keessatti Ashaaraa kaa’uu qabu – Obbo Taayyee Danda’uu
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Hayyoonni Ijaarsa Biyyaa keessatti Ashaaraa isaanii kaa'anii dabruu akka qaban Itti Gaafatamaan Pablisiitii fi yaada Uummata Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Kitaabni afaan oromoo Siiqqee araaraa jedhamu eebbifame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Kitaabni afaan oromoo Siiqqee araaraa shamarree Milkii Magarsaan barreeffame eebbifame.
Guyaa har'aa kitaabni Siiqqee araaraa jedhame shamarree Milkii…
Sirni badhaasaa tola oolaa waggaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) –Sirni badhaasaa tola oolaa waggaa bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee argamanitti gaggeeffameera.
Sirni badhaasaa tola oolaa waggaa kun yeroo…
Komishiniin Poolisii Manneen Amala Sirreessaa Naannoo Somaalee uffata seeraa fi Asxaa haaraa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Manneen Amala Sirreessaa Naannoo Somaalee uffata seeraa fi Asxaa haaraa dhiyaate har'a magaalaa Jigjigaatti eebbisiiseera.…
Raayyaan Ittisaa hojii farreen nageenyaa barbadeessuu cimsee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa hojii shororkeessitoota barbadeessuu cimsee itti fufuu Daayreektarri Qunnamtii Ummataa Raayyaa Ittisa Biyyaa Koloneel Geetinnat Adaanee…
Yuunvarsiitiin Riftii Vaalii damee Naqamtee barattoota kuma 8 fi 979 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riftii Vaalii Damee Naqamtee guyyaa har'aa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 8 fi 979 Istaadiyeemii Wallaggaatti…
Jilli obbo Shimallisiin durfamu Gamoo Waajjira bulchinsa godina Arsii eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Gamoo Waajjirra bulchinsaa godina Arsii eebbisiiseera.
Godina Arsii…
Ministrrichi lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa,Daa'immanii fi Dargaggootaa lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'anii uffataalee fi midhaan nyaataa Birrii…