Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministrrichi lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa,Daa'immanii fi Dargaggootaa lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'anii uffataalee fi midhaan nyaataa Birrii…
Aanaa Algee Saachiitii Manni Barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Saachii eebbifame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachiitii Manni Barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Saachii eebbifameera.
Itti gafatamaan Waajjira Barnoota Godina…
Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti ni kabajama
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti kabajamee kan oolu ta'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.
Qopheessummaa bulchiinsa magaalaa…
Obbo Shimallis Godina Arsiitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Arsiitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera.
Jilichi…
Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffaannaa garee Shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Boonganti gaggeessaniiru.…
Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta’uun gaara murteessaa…
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta'uun adda Waraanaa Walloon gaara tursiimoo lolaaf murteessaa ta'e juuntaan qabatee…
Sagantaan cufiinsa Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti gaggeeffameera
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Sagantaan cufiinsa Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiyii fi hoggantoonni olaanoo mootummaa…
Dooktar Abiy sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuun biiliyoonni 6.7 dhaabbachuu ibsan
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuun biiliyoonni 6.7 dhaabbachuu ibsan.
'Karoora keenya…
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Manni Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Nannoo Oromiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Preezdaantiin mana maree…
Ogeeyyiin aartii Biirshalaqootti loltoota jajjabeessan
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ogeeyyiin aartii Finfinnee manneen Tiyaatiraa 4 irraa walitti babba’aan giddugala leenjii loltoota bu’uuraa Birshalaqootti argamuun loltoota jajjabeessaa…