Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen shororkeessaa ABUT garee kallattii sadiin hiriirsee guutuumma guutuutti…
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Humni garichaa Jeneraal Migbaayiin durfamu Armii 1ffaa jedhamu guutuumma guutuutti barbadaa’uu Letanaal Jeneraal Baacaa Dabaleen ibsaniiru.
L/J Baacaa…
Sirni awwaalchaa weellisaa buleessi Alamaayyoo Isheetee Kibtaxa ni raawwata
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa weellisaa buleessi Alamaayyoo Isheetee Kibtaxa Qaammee 2, 2013 kan raawwatuu ta’uu koreen sirna awwaalchaa beeksiseera.
Sirni…
Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa barattootaa barsiisaa turan eebbisiisaan
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiiwwan garaagaraa barattootaa muummee adda addaatin barsiisaa turan eebbisiisaaniiru.
Yuunvarsiitiin Walqixxee barattoota muummee addaa…
Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala ooluu ibsameera.
Rasaasoonni kumni 3 fi 52 Finfinnee irra gara…
Wajjiirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa…
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Wajjiirri Muummee Ministiraa fi dhaabbileen itti waamamoon lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUT lolaa baneen buqqa’aaniif deeggarsa taasisaaniiru.…
Gareen shororkeessaa ABUT Dabra Zabiixitti barbadeeffame
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Gaayint kan turee gareen shororkeessaa ABUT haala olaanaa barbadeeffamuu Izii Kaabaa Lixaa beeksiseera.
Hogganaan Izii Kaabaa Lixaa…
Koolleejjiin Yuu Essi kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 250 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Yuu Essi kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 250 muummee barnoota garagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera.
Koolleejjichi erga…
Magaalichatti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa qophaa’eera
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa kuntaalli kumni dhibbi 2 fi kumni 50 qophaa’uu itti aantiin kantiibaa…
Manneen hojii naannoo Oromiyaa adda waraanaa Wallootti kan argamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Manneen hojii naannoo Oromiyaa adda waraanaa Wallootti kan argamaniif deeggarsa sangoota 135 fi hoolota 42 taasisaniiru.
Hojjeettoonni mootummaa naannoo…
Ityoophiyaanoonni 412 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 412 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Daa’imman 152 dabalatee lammiileen 412 guyyaa har’a gara biyyaa kan deebi’an.…