Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhimma Ityoophiyaarratti Paartileen siyaasaa waloon hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Dhimma Ityoophiyaarratti Paartileen siyaasaa waloon hojjechaa jiraachuun ibsameera.
Balaa birmadummaa Ityoophiyaa mudate qolachuuf, paartileen siyaasaa…
Hawaasni idil addunyaa garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Hawaasni idil addunyaa dhiyeessiin deeggarsa namooma lammiileef sirnaan akka qaqqabuuf garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu…
Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti raayyaan ittisa biyya tarkaanfiin fudhateera.
Bobbicharrattis gareen shororkeessaa…
Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo Koontijeent loltoota bu’uraa leenjisaa ture eebbisiisa…
Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Leenjii Huursoo loltoota leenjisaa…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamu galmee barattootaa manneen barnootaa Ifa Boruutti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Jilli Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamudurfamu galmee barattootaa manneen…
Ajajni Kibbaa loltoota leenji’aa turan eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Kibbaa giddugalaa leenjii Awaash Arbaatti loltoota leenjisaa ture eebbisiseera.
Leenjiitoota eebbifamaan keessaa…
Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota kuma 1 fi 38 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Miizaan Teeppii barattoota muummee garaagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 38 eebbisiiseera.
Yuunvaarstiitichi baratootta digrii…
Leenjiin bulchiinsa lafaa fi bulchiinsa itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa ture…
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Leenjiin bulchiinsa lafaa fi bulchiinsa itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa xuree xumurameera.
Leenjiichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa…
Magaalaa Gaambeellatti namoonni rakkoo nageenyaa uumuun shakkaman 30 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Magaalaa Gaambeellatti Poolisiin namoota rakkoo nageenyaa uumuun shakkaman 30 to'annoo jala oolchuu beeksiise.
Namoonni dhuunfaan kunneen ergamtoota…
Manni murtichaa namoota dhuunfaa yakka biyya ganuu raawwatan 48 irratti murtoo adabbii dabarse
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaatti manni murtii waraanaa miseensota ajejichaa yakka biyya ganuun himataman 48 irratti adabbii cimaa waggaa 2 fi baatii 9…