Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni garee shororkeessaa ABUT warqi Aambaa, Bunnaa Meedaa fi Ziinjaroo Afaafitti barbadaa’uu…
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Adda waraanaa Maayixabiriitti gareen Shororkeessaa ABUT karaa warqi Aambaa, Bunnaa Meedaa fi Ziinjaroo Afaafii jedhamuun loo'ee seenuuf yaale barbadaa’uun…
Eebbifamtoonni Yuunvarsiitii Miizan Teeppii ashaaraa magariisaa kaa’an
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Barattoonni Yuunvarsiitii Miizan Teeppii guyyaa boruu eebbifaman sagantaa ashaaraa magariisaa kaa'aniiru.
Yuunvarsiitii Miizan Teeppii guyyaa Boruu…
Ambaasaaddar Reedwaan preezdaantii Somaalee Laandii waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)-Ministir deettaan ministeera Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Preezdaantii Somaalee Laandii Muusee Baayii Abdii waliin mari’ataniiru.
Marii isaanii…
Waliigalteen misoomaa diinagdee dijiitala tumsuu danda’uu mallateeffame
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Misooma diinagdee dijiitalaa Ityoophiyaa tumsuuf kan dandeessisuu waliigalteen Ityoophiyaa fi Jarmaan gidduutti mallateeffameera.
Waliigaltichi misooma…
Qamadiin, Zayinni, Sukkaarrii fi Ruuziin qaraxaa fi taaksiirra bilisa akka ta’an murtaa’e
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)-Dhiibbaa qaala’insi jireenya hawaasaarra gahaa hir’isuuf Qamadiin, Zayinni, Sukkaarrii fi Ruuziin qaraxaa fi taaksiirra bilisa akka ta’an murtaa’eera.…
Jiraattoonni Magaalaa Shaashamannee utubaawwan ibsaa ammayya’aan dhaabbatan tajaajila nuuf…
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Magaalaa Shaashamannee utubaawwan ibsaa ammayyaa'aan bara 2007 irraa eegalee dhaabaman tajaajila barbaachisu nuuf kennaa hin jiru jechuun jiraattoonni…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaatin hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 18 dhaabbate-Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaatin hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 18 dhaabbachuu Muummeen Minstiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Dooktar Abiy…
Humni garee shororkeessaa ABUT Sudaan Alamhaal irraan loo’ee seenuuf yaalii taasise barbadeeffame
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Humni garee shororkeessaa ABUT Sudaan Alamhaal irraan loo’ee seenuuf yaalii taasise raayyaa ittisa biyyaatin barbadeeffameera.
Ergamaasa kanaan ijaarsa…
Obbo Dammaqaan boqachuu weellisaa buleessa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aamee ibsan
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin boqachuu weellisaa buleessa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti…
Guyyoonni Qaammee shanan taateewwan adda addaan yaadatamanii ni oolu
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Guyyoonni Qaammee shanan taateewwan adda addaan yaadatamanii ni oolu jechuun itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ibsan.…