Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaant Saahilawarq Zawdee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsaniru.
Preezdaantiittin erga isaaniin,…
Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa raawwii hojii bara 2013 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa raawwii hojii bara 2013 gamaaggamaa jira.
Poolisiin federaalaa bara baajatichaatti hojjiwwan hojjeterratti…
Egzibiishiiniin yuunvarsiitoota guutuu biyyatti 40 hirmaachise Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti eegale
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Egzibiishiiniin yuunvarsiitoota guutuu biyyatti 40 hirmaachise Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti eegaleera.
Egzibiishinichii guyyoota sadiif tura…
Naannoo Oromiyaatti mariin haala yeroorratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Mariin haala yeroo irratti xiyeeffate Abbootii Gadaa Abbootii amanta fi jaarsolii biyyaa hirmaachise akka Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Finfinnee Gidduu…
Ityoophiyaanoonni 82 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 82 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoonni kunnee wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa boolee ga’an bakka bu’aa…
Aadde Adaanaach Abeebee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee boqachuu weellisaa buleessa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsaniiru.
Aadde…
Dooktar Abiy Ahimad boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gaddaa itti dhaga’aamee ibsaniiru.
Dooktar Abiy fuula Twiitara…
Weellisaan buleessi Alamayyoo Isheetee boqate
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Weellisaan buleessi Alamaayyoo Isheetee du’aan addunyaa kanaarraa boqateera
Sirbasaa ‘Temaar Lijee’ jedhu dabalatee sirbootasaan baroota hedduu…
Naannoo Harariitti Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf hawaasni hirmaannaa hoo’aa…
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf hawaasni hirmaannaa hoo'aa akka taasiisu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin…
Gareen gantichaa jeneraal Migbaay Haayilaan durfamu adda waraanaa Maayitsebariitti barbadeeffame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Gareen gantichaa jeneraal Migbaay Haayilaan durfamu adda waraanaa Maayitsebariitti barbadeeffameera.
Garichi adda waraanaa Maayitsebarii aanoolee…