Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manneen qorichoota shan qoricha seeraan alaa gurguraa turan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Manneen qorichoota shan qoricha seeraan alaa gurguraa turan irratti tarkaanfiin fudhatameera.
Magaalaa Finfinneetti manneen qorichoota naannoo…
Gareen weerara ABUT Ityoophiyaanoonni tokkummaa akka dhaabbataan taasiseera-Af-Yaa’ii Adam Faraah
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Gareen weerara ABUT Ityoophiyaanoonni tokkummaa daangaa hanga daangaattii akka dhaabbataan taasiseera jechuun Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…
Sagantaa seeftiineetii magaalaa sirnaan hojiirra oolchinaan harka qalleeyyii hedduu jijjiiruu…
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Sagantaa seeftiineetii magaalaa sirnaan hojiirra oolchinaan harka qalleeyyii hedduu jijjiiruu dandeenya jedhan Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun…
Filannoo Baatii Fulbaanaa filatamuuf galmeen filattootaa gaggeeffamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Naannoo Somaalee, Hararii fi Kibbaatti Filannoo Baatii Fulbaanaa filatamuuf galmeen filattootaa gaggeeffamaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyalessaa…
Shaneen Diina Ummataa fi biyyaa waan ta’eef barbadeessuun dirqama – Obbo Geetaachoo Baalchaa
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Shaneen Diina Ummataa fi biyyaa waan ta’eef barbadeessuun dirqama ta’uu Hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
ABUT naannoo Affaar aanaa Baarihaalleetti haleella baneen lammiilee nagaan miidhamaan
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar aanaa Baarihaalleetti haleella baneen lammiilee nagaan miidhamaaniiru.
Namoonni lakkoofsaan hedduun rasaasaan…
Ityoophiyaan biqiltuu Eeritraaf ergite
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan haaluma biqiltuu biyyoota ollaaf laachuuf waadaa galteen marsaa jalqabaan Eeritraaf ergamuu Koreen Teeknikaa sagantaa Ashaaraa magariisaa…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Hargeessaa galan
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Ministirr Deettaan Ministeera dhimma Biyyaa Alaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Somaalii Laandii Hargeessaa galan.…
Humni adda waraanaa Maayixabiriin hulluuquun galuuf yaale rukatame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Humni diinaa adda waraanaa Maayixabiriin hulluuquun galuuf yaale rukatamuu ibsame.
Humni diinaa kun kaleessa sa’a 8 haleellaa raawwachuuf…
Kuubaan hariiroo seenaa qabeessa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Kuubaan Hariiroo fi tumsa hundagaleessa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifteerti.
Kuubaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…