Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Keeniyaan nageenyaa fi Badhaadhinaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiftu cimsite kan itti fuftu ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Keeniyaan nageenyaa fi Badhaadhinaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiftu cimsite kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa…
Jiraattoonni aanaa Meettaa Walqixxee hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaatti Jiraattoonni Aanaa Meettaa Walqixxee hiriira ba’uun gocha Shanee balaaleffataniiru.
Gocha suukkanneessaa…
Obbo Dammaqaan Reeyichel Oomaamoo waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar…
Labsiin kadhannaa fi Soomaa guyyoota shaniif labsame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibsa har’a laateen guyyoota shaniif labsii kadhannaa fi Soomanaa labseera.
Labsiin kun Qaammee 1-5, 2013tti…
Miseensonni Poolisii Godina Jimmaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga Arjooman
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Miseensonni Poolisii Godina Jimmaa 84 ta’an guyyaa har’aa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga Arjoomaniiru.
Miseensonni kunneen miindaa isaaniirraa Birrii…
Ministirri Alaa Keeniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Ambaasaaddar Raayshaal Oomaamoon daawwaannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Ambaasaaddar…
Odeeffannoowwan sobaa baayy’achaa dhufuun hawaasa burjaajiif saaxilaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Odeeffannoowwan sobaa baayy’achaa dhufuun hawaasa burjaajiif saaxilaa jiraachuu ibsameera.
Inistitiiyuutiin Miidiyaa MERSA Akkaadaamiin…
Lammiileen Ityoophiyaa 35 Beeruutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Beeruut keessa jiraachaa turan 35 gara biyyaa deebi’aniiru.
Waajjirri Qoonsilaa Jeneraalaa FDRI mana hojii Immigireeshinii…
Ityoophiyaan mallattoo Bilisummaa Afrikaati- Ministeera Alaa Ugaandaa
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Alamtsahaay Masarat Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ugaandaa Jeejee Odoongoo waliin dhimmoota waloo fi naannawwaarratti mari’ataniiru.…
Yeroon Afrikaa ammaa, waloon ta’uun saffisaan sarara hiyyuummaa keessaa ba’uu ni dandeenya – Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Yeroon Afrikaa ammaa, waloon ta’uun saffisaan sarara hiyyuummaa keessaa ba’uu ni dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…