Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adda waraanaa Maayitsabrii Cinaa fi Caanqii kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffame
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Maayitsabrii Caanaa fi Ceenqi kan galee gareen shoroorkeessaa ABUT barbadeeffamuu hoggantoonni raayyaa ittisa biyyaa addichaa ibasniiru.…
‘Amma maallaqa osoo hin taane yeroo biyyaa fi ummata itti baraarrudha’ – Aadde Adaanach
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee raawwii hojii koree shira diinagdee fi hojmaata seeraan alaa ittisuu fi to’achuuf…
Qaamolee faayidaa dhuunfaaf jecha hannaa fi saamicha raawwachuun nageenyaa fi tasgabbii biyyaa…
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamolee faayidaa dhuunfaaf jecha hannaa fi saamicha raawwachuun nageenyaa fi tasgabbii biyyaa booreessaan ummanni akka…
Gaambeellatti ergamtoota garee shororkeessaa ABUT fi Shanee to’achuuf hirmaannaan ummataa gaafatame
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannoo Gaambeellaa tattaaffii ergamtoota garee shororkeessaa ABUT fi Shanee to’achuuf taasiifamu milkeessuuf deeggarsa…
Walloo Kibbaatti Lootee seentoonni 200 ol to’ataman
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) –Godina Walloo Kibbaatti lootee seentoonni 200 ol to’atamuun qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu bulchiinsi godinichaa beeksiise.
Lootee seentoota…
Hojjettoonni Yuunvarsiitichaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 50 ol deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Yuunvarsiitii Goondar duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 50 ol deeggarsa taasiisaniiru.
Dhaabbatichi bara 2013 adeemsa baruu…
Ityoophiyaatti Ejansiin dhiyeessii Qorichaa giddugalli Hawaasaa raawwii Kaayizaniin sadarkaa…
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti Ejansiin dhiyeessii Qorichaa giddugalli Hawaasaa raawwii Kaayizaniin sadarkaa Afriikaatti injifachuun isaa manneen hojii mootummaaf barnoota…
Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Uumaar Geelee waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Uumaar Geelee waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti mari’ataniiru.
Marii…
UNICEF lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30 baasuu taasise
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Gargaarsa Daa’immanii (UNICEF) sababa garee shororkeessaa ABUT lammiilee rakkoon irraa gahee fi…
ABUT naannoo Affaar aanaa Baarihaalleetti haleellaa raawwateen hedduun qe’ee fi qabeenyaasaaniirra…
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Affaar aanaa Baarihaalleetti haleellaa raawwateen hedduun qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniiru.
Aanaa Baarihallee ganda…