Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin dargaggootaa fi dubartootaa haala yeroorratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Mariin dargaggootaa fi dubartoota naannoo Oromiyaa haala yeroorratti xiyyeeffate Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Lammiileen Ityoophiyaa 367 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa rakkoolee adda addaa keessaa turan 367 Saa'ud Arabiyaa Magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiilee guyyaa har'aa…
Karoorri barnootaa haaraan bara barnootaa dhufu hojiirra oole
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Barnootaa sanada Karoora barnootaa haaraa bara barnootaa 2014 hojiirra oole ifoomse.
Sirni barnootaa waliigalaa yeroo 6ffaaf qophaa'e bara…
Manni Maree naannoo Afaar baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 8.8 raggaasiise
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 11ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa har'a gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 8.8 raggaasiise.…
Shakkamtoonni Doolaara Sobaa kuma dhibba 1 fi kuma 86 ol maxxansuun daddabarsuuf yaalaa turan…
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasaatti Shakkamtoonni Doolaara Ameerikaa Sobaa kuma dhibba 1 fi kuma 86 ol maxxansuun daddabarsuuf yaalaa turan 2 to'atamuu Poolisiin…
Ministeerri Galiiwwanii fi dhaabbileen waamamtootaa deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Ministeerri Galiiwwanii fi dhaabbileen waamamtootaa harka qalleeyyii fi maanguddootaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Hoggansii fi hojjettoonnni Ministeera…
Naannoon Hararii milishoota Ajeja Bahaa waliin ta’uun leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Naannoon Hararii milishoota Ajeja Bahaa waliin ta'uun leenjisaa ture eebbisiiseera.
Lola gareen ABUT Ityoophiyaa diiguuf bane qolachuu fi misooma…
Magaalichatti namoonni yakka shororkeessummaa raawwachuuf socho’aa turan 284 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti namoonni kaayyoo shororkeessummaa garee ABUT raawwachuuf socho'aa turan 284 to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Ministeerichi Birrii miiliyoona dhibba 3 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa olaanoo fi waamamtoonni isaa Birrii miiliyoona dhibba 3 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa…
Ejansichi Baankoota mootummaa fi dhuunfaa waliin hojjechuuf walii gale
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) –Ejansiin Galmeessa Ragaa fi Mirkaneessa Sanadoota Federaalaa Baankoota mootummaa fi dhuunfaa 15 waliin hojjechuuf sanada waliigaltee…